Ilu Islamic Media قناة إلو الإسلامية

Ilu Islamic Media قناة إلو الإسلامية "𝐁𝐮’𝐚𝐚𝐛𝐚𝐲𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐥𝐦𝐚𝐤𝐞𝐞 𝐠𝐚𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐬𝐢𝐪𝐮𝐮𝐧𝐧𝐚𝐦𝐮 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐮𝐦𝐚𝐚 𝐨𝐛𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐢 𝐨𝐛𝐬𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐮𝐮𝐮𝐧 𝐚𝐛𝐝𝐢𝐢 𝐤𝐮𝐭𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐬𝐢𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚.
_______الحل الوحيد لبني الإنسانية الإسلام فقط______
(3)

My Struggle is up to Jannah

Suraan kun Kan ibsu  mootummaa Biyya Kootdivaar Alassane Ouattara'dha. bara 2018 keessa sirna hajjii akka raawwate seena...
28/05/2026

Suraan kun Kan ibsu mootummaa Biyya Kootdivaar Alassane Ouattara'dha. bara 2018 keessa sirna hajjii akka raawwate seenaan isaa kan himuu fi bara 2022 fi 2023 keessa Umraa godhee ture. tarii suuraan inni osoo ummata Sirna hajjiif walitti qabamee rafu keessaa muldhatu kun kan durii tahuu danda'a.

Hata'u malee muslimtoota biratti namni sababa qabeenya ykn Aangoo qabuuf nama biraarra akka hin caalle agarsiisuf dirree hajjiif walitti qabaman keessatti iddoon addaa mootummootas tahee abbootii qabeenyaa ummata keessaa kophatti baasanii bakka kannuun akka hin jirre agarsiisa.

Akkasuma ilmi Namaa fuula Rabbii duratti wal qixa tahuuf kun agarsiiftuu guddaadha jechuun namoonni Suuraa Presidaantii Biyya Kootdivaar kana yaada garagaraatin ibsee maxxansaa jira.

Maashaa Allah warra hajjii gochuuf dirree kana irratti walitti qabamtan hundi keessan warra hajjiin irraa qeebalamerraa isin haa taasisu. Eid Mubarak

Erdogaan salaata Iidaa booda:Yoo Rabbi jedhe gabroomfataan Netaaniyaahuu jedhamu kun muslimoota addunyaa irraa barumsa i...
27/05/2026

Erdogaan salaata Iidaa booda:

Yoo Rabbi jedhe gabroomfataan Netaaniyaahuu jedhamu kun muslimoota addunyaa irraa barumsa isaaf malu ni argata.

الدوله التركية

Handhuura Oromiyyaa Finfinnee Salaata iidaa💞💯
27/05/2026

Handhuura Oromiyyaa Finfinnee Salaata iidaa💞💯

🌍 Gootonni Kuxbaa Arafaa afaan isaaniitiin Muslimoota miliyoonaan lakkaa'amaniif dabarsan.lallabni (Kuxban) guyyaa Arafa...
26/05/2026

🌍 Gootonni Kuxbaa Arafaa afaan isaaniitiin Muslimoota miliyoonaan lakkaa'amaniif dabarsan.

lallabni (Kuxban) guyyaa Arafaa bara kanaa afaanota idil-addunyaa 35tti, afaan Arabaa Ingiliffafi Faransaayii irraa kaasee hanga afaanota Afrikaa fi Eeshiyaa kan namoonni baay’een hin eegnetti hiikame.

Kaayyoon isaas Musliimonni addunyaa miliyoonaan lakkaa’aman bakka jiraatanitti ergaa lallaba Arafaa kallattiin afaan isaaniitiin akka hubataniif. ❤️ Dhugaa dubbachuuf ergaa Islaamaa addunyaa guutuutti dabarsuu keessatti teknooloojiin gahee guddaa taphachaa jira. ❤️

Namni tokko Indooneeshiyaa kabiraa Naayijeeriyaa, fi kan biraa Biraazil... hundi isaanii yeroo tokkotti lallaba tokko afaan isaaniitiin dhaga'anii fi hubachuu isaanii yaadi.

Happy Eid Al_adaha To All muslim People Around The World 🌎
26/05/2026

Happy Eid Al_adaha To All muslim People Around The World 🌎

Hajjii 2026: Sheek Alii Al Hudaify Masjid Namiraatti Khutbaa Arafaa taasisan, ilmi isaanii Sheek Ahmad Al Hudaify ammoo ...
26/05/2026

Hajjii 2026: Sheek Alii Al Hudaify Masjid Namiraatti Khutbaa Arafaa taasisan, ilmi isaanii Sheek Ahmad Al Hudaify ammoo Masjid Al Nabawiitti Iid Al Adha Khutbah kan hoogganu ta’a.

26/05/2026

اللهم الحقنا بهم في العتق من النار

26/05/2026

Hujjaajonni Masjiida Namiraatti walitti yaroo qabaman.
Yaa bareedina Islaamummmaaaa!!!


‏جموع الحجاج في مسجد نمرة.

‏ #الحج

Pireezidaantiin Mana Maree Ol’aanaa Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa Kabajamoo Dooktar Sheek Hajii Ibraahim Tufaa dunkaan...
26/05/2026

Pireezidaantiin Mana Maree Ol’aanaa Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa Kabajamoo Dooktar Sheek Hajii Ibraahim Tufaa dunkaana bakka jireenyaa Hajjaajotaa magaalaa Araafaatti argamu daawwataniiru.

Dunkaanaan alattis, Pireezidaantichi tajaajila nyaataa fi yaalaa hujjaajotaaf kennamu sakatta’uun hujjaajota waliin mari’achuun tajaajila Hajjii waliigalaa gamaaggamaniiru.

Sheek Hajii Ibraahiim Tufaa ergaa kana sababeeffachuun ergaa dabarsan keessatti, hujjaajonni ibaadaa isaanii yeroon akka raawwatan taasisuuf hordoffii fi deggersi barbaachisaan taasifamaa jiraachuu ibsuun, qaawwi yoo jiraate akka dubbatan gaafataniiru.

Ustaaz Abubakar Ahmad gama isaaniitiin tattaaffiin haaromsaa damee Hajjii fi Umraa Mana Maree Olaanaa bu’aa argamsiisuu eegaluu isaa hubachiisuudhaan gara fuulduraattis fooyya’aa ni hojjeta jedhamee eegama jedhan.

Keessummoonni kabajaa saganticharratti argaman hordoffii dhiyeenyaa Pirezidaantii Mana Maree Ol’aanaa fi miseensonni jila isaaniitiin taasifamaa jiruuf galata qaban ibsuun simannaa fi keessummeessitoonni Hajjii gammachiisaa ta’uu ibsaniiru.

Address

Islamabad
`Izbat Al Jimmayzah
1

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ilu Islamic Media قناة إلو الإسلامية posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ilu Islamic Media قناة إلو الإسلامية:

Share

Category