Dabbalwood Media

Dabbalwood Media page koo follow & YouTube Koo Subscribe godhaa maatii tahaa Link kanaan :;-
https://youtube.com/?si=8jV4lf7M31XanMG_
(4)

02/10/2026

Irreechi Nagaa! Irreecha Milkii! Baga Geessanii!
እንኳን ለኢሬቻ ክብረ በዓል አደረሳችሁ!

  kana   waliif godhaa  Warri Kedirtti marsitanii oliif gad oofaa jirtan yoo sammuu qabaattan Abbaa Isaa kana gara Finfi...
01/10/2026

kana waliif godhaa

Warri Kedirtti marsitanii oliif gad oofaa jirtan yoo sammuu qabaattan Abbaa Isaa kana gara Finfinnee fidaatii Ilma isaa waliin haa bashannanu. Akkamitti hanga yoonaa hin yaadanne isin? obbo Yaadataan konkolaataa tokko ergee ykn Tikeetii kuchisiistaniifii yoo ol fiddan rakkoo maal qaba? Ere sammuutti deebi’aa. Homaa isin eegnee dhabne. Abbaan isaa silaa osoo inni hin dhufin Finfinneetti eeguu qaba ture bar””
Alex Taye galatoomi dhugaa

SAW
30/09/2026

SAW

Legend Artist 🎨
30/09/2026

Legend Artist 🎨

Aammiin jzk
30/09/2026

Aammiin jzk

Magaalonni gurguddoon Oromiyaa 8 itti waamamni isaanii godinaalee jala  osoo hin taane, kallattiin Bulchiinsa Mootummaa ...
29/09/2026

Magaalonni gurguddoon Oromiyaa 8 itti waamamni isaanii godinaalee jala osoo hin taane, kallattiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif (MNO) akka ta'u murtaa'eera!

Magaalota caasaa haaraa kana jala galan:

1.Magaalaa Shaggar

2.Magaalaa Adaamaa

3 Magaalaa Jimmaa

4 Magaalaa Naqamtee

5 Magaalaa Bishooftuu

6 Magaalaa Shaashamannee

7 Magaalaa Maayaa

8 Magaalaa Roobee

29/09/2026

Qormaata ijaa Lakkoofsi 9 meeqaatu as keessa jira? &&9&&&9&&&&9&9&&&9&&9&&&&9&&&9&&&9&&&9&9&&9&&&9&&&&&9&&&9&9&&&9&9&&9&&&9&9&&

S.A.W ❤️🤲✍️
29/09/2026

S.A.W ❤️🤲✍️

29/09/2026

Wallee Bara 1950 keessaa

Address

Dire Dawa
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dabbalwood Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dabbalwood Media:

Shortcuts

Share