Hunde Bekele

Hunde Bekele ⬛⬛⬛⬛⬛⬛⬛
🟥🟥🟥🟥🟥🟥🟥
⬜⬜⬜⬜⬜⬜⬜
OROMO 🌳 ETHIOPIA 🇪🇹

19/05/2026

Cargo
+971555013985

22/01/2026

⚡Turtii waggaa 1 booda asiinis walitti deebinee jirra 🥰

Hunde

31/10/2025

Sumaan🫵
Waaqni waan ati yaadde
hundumattiin si haa milkeessu🤲

23/09/2025

⚡Dhiirri Abaarsa maatii qabu ofiif Infinix qabatee durbaaf iphone bita😂

Oduu Gammachiisaa !==================Namoonni Meeshalee Electronics 💻 Gosoota Kam Barbaaddan   Gatii Madaalawaa Ta'een S...
13/06/2025

Oduu Gammachiisaa !
==================
Namoonni Meeshalee Electronics 💻 Gosoota Kam Barbaaddan Gatii Madaalawaa Ta'een Siniif Dhiyeesseera, Bakka Kamittiin Siniif Ni Dhiyeessina, Biyyoota China 🇨🇳 irraayis namoonni meeshalee barbaaddan nu dubbisaa!

watsp,telegram +971555013985

05/06/2025

⚡Wantoota baratamoo yeroo amma kana 🇦🇪 keessattin ta'aa jiran keessaa muraasa.!
=============================
-Namni hundumtuu
-Namni hundumtuu hojiin isaa Online💻 dha
-Namni hundumtuu hojii nama galcha, garuu hojii guyyaa 2/3 qofa🤣
-Namni hundumtuu Abaabaa 🌹 qabachuun airport🛬 dhaa nama simata (well come to dubai)
-Namni hundumtuu 📸 man dha
-Namni hundumtuu inuma soba, isaayyuu soba bishaan_lagaa 🌊 fakkaatu 🤣
Namoonni Haqaan Hojjettanis Jirtu Moo Dhugaa Jabaadhaa! 💪

Wantootan hafan itti barreessaa sinis...!

Gaaffii yoo qabaattan watsp 📞+97155503985

06/04/2025

Har'a mata-duree maal jedhutu isiniif lallabame nuuf qoodaa ?

30/03/2025

Xummurri guyyaa har'aa xummura
Rakkina
keetii siif haa ta'u🥰

16/03/2025

⚡Ofitti Amanamummaa Qabaatte Taanaan Bakka Yaadde Inuma Geessa ❗

  hadha manaa Arstist Andu'alem Gosa, qananii addunyaa har'a ganama sa'aatii tokkorratti gamoo 5ffaa irraa of darbattee ...
11/03/2025

hadha manaa Arstist Andu'alem Gosa, qananii addunyaa har'a ganama sa'aatii tokkorratti gamoo 5ffaa irraa of darbattee boqotee jirti maatii isheetiif jajjabina waaqayyoo nabsi kee hamaaru baay'ee nama gaddisiisa weellisaan gosa haadhoo koo waaqayyo si haa jajjabeessu
Rip😭

Address

Oromia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hunde Bekele posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hunde Bekele:

Share