Shaggar Times

Shaggar Times Kaayyoon keenya odeeffannoo wayitaawaa fi waktaa dhimmoota Oromiyaa fi Itoophiyaa isiniif qooduudha.

 #ኢትዮጵያ  #ኢዮሪካ ቴዲ ኣፍሮ teddy afro
09/04/2026

#ኢትዮጵያ #ኢዮሪካ ቴዲ ኣፍሮ teddy afro

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

Galaana diimaa argachuuf milkii gaariitu jira!Ulaa galaana diimaa argachuuc deemsi dippiloomaasii taasifamaa jiru milkii...
14/07/2025

Galaana diimaa argachuuf milkii gaariitu jira!

Ulaa galaana diimaa argachuuc deemsi dippiloomaasii taasifamaa jiru milkii gaarii irratti argama. Yarsiimoo kennanii fudhachuutiin Itoophiyaan yeroo dhiyootti ulaa galaana diimaa ni argatti jedhamee eegama. Abbichuuf wanti hunduu salphaadha. Guddina misoomaa ariifataa dhufaa jiru caalmaatti saffisiisuuf ulaan galaanaa daran barbaachisaa ta'uu hubachuun carraa jiru hunda fayyadamee goonni ulaa galaana diimaa milkeessaa jiru Abbichuun Itoophiyaaf oolmaa guddaa oolaa jira. Tarsiimoo Ida'amuu dippiloomaasii biyyoota ollaaf xiyyeeffannoo addaa kennuu jedhu dhugoomsuun ulaa galaana diimaa yeroo inni itti mikeessu dhiyoodha. Abbichuun kaayyoo eebbifamaa ittiin biyya guddisu qabatee waan deemaa jiruuf waaqayyos gargaaraa jira. Abbichuu waliin badhaadhinni biyya keenyaa mirkanadha.

Milkiin Hidha haaromsaa misooma biroof nu onnachiisa!Milkaa'uun hidha haaromsa Itoophiyaa misooma gurguddoo badhaadhinaa...
14/07/2025

Milkiin Hidha haaromsaa misooma biroof nu onnachiisa!

Milkaa'uun hidha haaromsa Itoophiyaa misooma gurguddoo badhaadhinaaf humna ta'an hedduu akka hojjennuuf onnee nuuf ta'a.Pirojektiin laga Abbaay maallaqa guddaa fi ogummaa ol aanaa waan gaafatuuf Itoophiyaan fedha keenyaan alatti milkeessuu hin dandeessu kechuun biyyoonni dinagdeen gurguddoo ta'an Itoophiyaa deeggarsa dhorkatanii turan. Waggaa hedduu haa lakkoofsisuyyuu malee Itoophiyaan humna qabdu maallaqa, beekumsaa fi ogummaa biyya keessaa walitti Ida'uun hidha haaromsaa milkeessitee warra deeggarsa ishee dhowwatan qaanessite. Itoophiyaan amma humna guddaa qabaachuu ishee addunyaatti ibsiteetti. Warri kaleesaa milkaa'ina hidhichaaf gufuu ta'aa turan har'a immoo Itoophiyaa kadhachuu eegalaniiru. Galiin Hidhi laga Abbaay irraa argamu kan waggaa tokkootuu piroojektii gurguddaa hojjechuu danda'a. Hidhi kun kanneen akka warshaa xaa'oo, warshaa albuuda adda addaa fi Indusroriiwwan gurguddaa akka milkeessinuuf onnee guddaa guddaa nutti horeera. Amma wanti badhaadhina irraa nu dhaabu tokkoyyuu hin jiru. Abbayyaan humna badhaadhinaa keenyadha.

12/07/2025

Xawalwallee

 # A landlocked  🇪🇹 struggles with trade costs. A peaceful solution for sea access benefits all.      🌟🌟🔥♥️♥️♥️♥️  Today...
22/03/2025

# A landlocked 🇪🇹 struggles with trade costs. A peaceful solution for sea access benefits all.


🌟🌟🔥♥️♥️♥️♥️
Todays Picture ❤
Follow me

22/03/2025

Ramadankarim

Ramadan Mubarak! May this holy month bring you peace, blessings, and prosperity. Wishing you and your loved ones a month...
21/03/2025

Ramadan Mubarak! May this holy month bring you peace, blessings, and prosperity. Wishing you and your loved ones a month filled with joy, forgiveness, and spiritual growth!

Address

Addis Ababa
1000

Opening Hours

Monday 08:30 - 17:30
Tuesday 09:00 - 17:30
Wednesday 08:30 - 17:30
Thursday 08:30 - 17:30
Friday 08:30 - 17:30
Saturday 03:00 - 16:30

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shaggar Times posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Shaggar Times:

Share