Shaggar walakka lafaa

Shaggar walakka lafaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shaggar walakka lafaa, Marketing Agency, Addis Ababa.

ሀብታሙ አያለው በአሜሪካ በከባድ ህመም እየተሰቃየ መሆኑ ተሰማ። ሰውዬው በዘመነ ወያኔ በእስር ላይ እያለ በእስር ቤቱ ጠባቂ (ወንድ) ተደፍሮ እንደነበር እና ፈንጢጣው ላይ በደረሰበት ጉዳት ...
22/09/2025

ሀብታሙ አያለው በአሜሪካ በከባድ ህመም እየተሰቃየ መሆኑ ተሰማ። ሰውዬው በዘመነ ወያኔ በእስር ላይ እያለ በእስር ቤቱ ጠባቂ (ወንድ) ተደፍሮ እንደነበር እና ፈንጢጣው ላይ በደረሰበት ጉዳት ምክንያት በሀገር ውስጥ ህክምና ስከታተል መቆየቱ እንዳሁም በደጋግ ኢትዮጵያዊያን ርብርብ ወደ አሜሪካ በመሄድ የተሻለ ህክምና እንዲያገኝ መደረጉ የሚታወስ ነው። ከዚያ በኋላ ኑሮውንም በአሜሪካ ያደረገው ሀብታሙ አያሌው በተደጋጋሚ በእስር ቤቱ ጠባቂ በደረሰበት ጥቃት ምክንያት የስነ ልቦና እና አካላዊ ጥቃት እስካሁን ድረስ እረፍት እያጣ እንደሆነ እየተነገረ ነው። በተደጋጋሚም ሆስፒታል እየገባ መሆኑም ተሰምቷል። ለካ ሚዲያ ላይ እየወጣ እንዳበደ ውሻ የሚጮሕው ወዶ አይደለም! በነገራችን ላይ ሀብታሙ አያሌው ዳይፐር ተጠቃሚ መሆኑን ባለቤቱ ትናገራለች። በተለይ በአሜሪካ ያላችሁ ኢትዮጵያዊያን ዳይፐር በመለገስ ያለንን ኢትዮጵያዊ ፍቅራችንን እናሳየው ለወንድማችን!

*Gaafa Faannoo Ummata Oromoo Ajjeese, Jawwaar Mohaammadiif Sirriidha Jechuudha !*====================///================...
08/04/2025

*Gaafa Faannoo Ummata Oromoo Ajjeese, Jawwaar Mohaammadiif Sirriidha Jechuudha !*
====================///==========================
“Firri gara firaa jennaan Harreen gara daaraa !! jette jedhan“- Maakmaaksa Oromooti.
Jaalallii fi firoomnii Jawwaar Mohaammadifi Shaneen Finxaaleeyyii Amaaraatiif qaban kun adduma. Gaafa finxaaleeyyiin Faannoon Godina Horroo Guduruu Wallagaa bakka adda addaa keessatti ummata Oromoorratti duguggaa sanyii raawwattuu akkasumas qabeenya isaa saamtu, Shaneen dursitee qawwee ummata keenyarraa hiiktee Faannoof haala mijeessitee karaa gad dhisaafi turte. Akkasumas Faannoon kaleessa morma ilmaan Oromoo murtee mukatti suuqxee dhiichisaa jibba Oromoof qabdu addunyatti agarsiisaa turuunis yaadannoo yeroo dhihooti. Kana malees, gareen kun dhaadannoo “Oromummaa balleessinee masara Abbaa keenya Minilik sa’aati 24 keessatti galla “, “Oromoon madigaaskarii waan dhufeef, achumatti deebisina“, “Magaalaan Finfinnee, Harar, Adaamaa fi Wallagga guutumatti ristii Amaaraati“fi kkf jechaa akka Oromummaa balleessani “Ristii” abboota isaanii deebifatan ifatti ibsachaa jiru.
Kun kanaan osoo jiruu, Obbo Jawwaar Mohaammad immoo harka lafa jalaatiin Obbo Gadduu Andaargaachoo, Injinar Yiliqaal Geetinnat fi Lidatuu Ayyaaleew waliin ta’uun hidhattoota Finxaaleeyyii Faannoo cimsaa akka turan odeessi qabatamaan deemaa tureera. Bodarratti, Jawwaar Mohaammad afaan Faannoo tahuun midiyaa garee Finxaaleeyyii Amaaraatti as bahee, “gaaffiin Faannoo jedhamtuu sirriidha”(“የፋኖ ጥያቄ ትክክለኛ ጥያቄ ነው”) jechuun gocha gara jabina gareen kun ummata Oromoo irratti raawwachaa jirtu dhaadheessu hojii godhate.
Wanti nama gaddisiisu, gaafa Faannoon ummata Oromoo ajjeeftu Jawwaar dhugaa jirtu dhoksuuf wixxifachuu isaati.! Dhihoo kana gareen Jawwaar “Ijoollee Faannoo” jedhee faarsu kun daangaa Oromiyaa ceetee Bitooteessa 19 bara 2010 A.L.I’tti, Godina Horroo Guruu, Aanaa Abbee Dongoroo, Ganda Tulluu Mootii jedhamu keessatti ummata Oromoo 20 ol ajjeeftee, namoota sadii immoo butte deemuu ishee mid

Jaalallii fi firoomnii Jawwaar Mohaammadifi Shaneen Finxaaleeyyii Amaaraatiif qaban kun adduma. Gaafa finxaaleeyyiin Faa...
08/04/2025

Jaalallii fi firoomnii Jawwaar Mohaammadifi Shaneen Finxaaleeyyii Amaaraatiif qaban kun adduma. Gaafa finxaaleeyyiin Faannoon Godina Horroo Guduruu Wallagaa bakka adda addaa keessatti ummata Oromoorratti duguggaa sanyii raawwattuu akkasumas qabeenya isaa saamtu, Shaneen dursitee qawwee ummata keenyarraa hiiktee Faannoof haala mijeessitee karaa gad dhisaafi turte.

Obbo Jawwaar Mohaammad immoo harka lafa jalaatiin Obbo Gadduu Andaargaachoo, Injinar Yiliqaal Geetinnat fi Lidatuu Ayyaaleew waliin ta’uun hidhattoota Finxaaleeyyii Faannoo cimsaa akka turan odeessi qabatamaan deemaa tureera. Bodarratti, Jawwaar Mohaammad afaan Faannoo tahuun midiyaa garee Finxaaleeyyii Amaaraatti as bahee, “gaaffiin Faannoo jedhamtuu sirriidha”(“የፋኖ ጥያቄ ትክክለኛ ጥያቄ ነው”) jechuun gocha gara jabina gareen kun ummata Oromoo irratti raawwachaa jirtu dhaadheessu hojii godhate.

Gaafa Faannoo Ummata Oromoo Ajjeese, Jawwaar Mohaammadiif Sirriidha Jechuudha !====================///==================...
08/04/2025

Gaafa Faannoo Ummata Oromoo Ajjeese, Jawwaar Mohaammadiif Sirriidha Jechuudha !
====================///==========================
“Firri gara firaa jennaan Harreen gara daaraa !! jette jedhan“- Maakmaaksa Oromooti.
Jaalallii fi firoomnii Jawwaar Mohaammadifi Shaneen Finxaaleeyyii Amaaraatiif qaban kun adduma. Gaafa finxaaleeyyiin Faannoon Godina Horroo Guduruu Wallagaa bakka adda addaa keessatti ummata Oromoorratti duguggaa sanyii raawwattuu akkasumas qabeenya isaa saamtu, Shaneen dursitee qawwee ummata keenyarraa hiiktee Faannoof haala mijeessitee karaa gad dhisaafi turte. Akkasumas Faannoon kaleessa morma ilmaan Oromoo murtee mukatti suuqxee dhiichisaa jibba Oromoof qabdu addunyatti agarsiisaa turuunis yaadannoo yeroo dhihooti. Kana malees, gareen kun dhaadannoo “Oromummaa balleessinee masara Abbaa keenya Minilik sa’aati 24 keessatti galla “, “Oromoon madigaaskarii waan dhufeef, achumatti deebisina“, “Magaalaan Finfinnee, Harar, Adaamaa fi Wallagga guutumatti ristii Amaaraati“fi kkf jechaa akka Oromummaa balleessani “Ristii” abboota isaanii deebifatan ifatti ibsachaa jiru.
Kun kanaan osoo jiruu, Obbo Jawwaar Mohaammad immoo harka lafa jalaatiin Obbo Gadduu Andaargaachoo, Injinar Yiliqaal Geetinnat fi Lidatuu Ayyaaleew waliin ta’uun hidhattoota Finxaaleeyyii Faannoo cimsaa akka turan odeessi qabatamaan deemaa tureera. Bodarratti, Jawwaar Mohaammad afaan Faannoo tahuun midiyaa garee Finxaaleeyyii Amaaraatti as bahee, “gaaffiin Faannoo jedhamtuu sirriidha”(“የፋኖ ጥያቄ ትክክለኛ ጥያቄ ነው”) jechuun gocha gara jabina gareen kun ummata Oromoo irratti raawwachaa jirtu dhaadheessu hojii godhate.
Wanti nama gaddisiisu, gaafa Faannoon ummata Oromoo ajjeeftu Jawwaar dhugaa jirtu dhoksuuf wixxifachuu isaati.! Dhihoo kana gareen Jawwaar “Ijoollee Faannoo” jedhee faarsu kun daangaa Oromiyaa ceetee Bitooteessa 19 bara 2010 A.L.I’tti, Godina Horroo Guruu, Aanaa Abbee Dongoroo, Ganda Tulluu Mootii jedhamu keessatti ummata Oromoo 20 ol ajjeeftee, namoota sadii immoo butte deemuu ishee midiy

31/03/2025

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shaggar walakka lafaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share