𝐏𝐫𝐨𝐬π™₯𝐞𝐫𝐒𝐭𝐲 𝐬𝐭𝐚𝐫𝐬

  • Home
  • Ethiopia
  • Addis Ababa
  • 𝐏𝐫𝐨𝐬π™₯𝐞𝐫𝐒𝐭𝐲 𝐬𝐭𝐚𝐫𝐬

𝐏𝐫𝐨𝐬π™₯𝐞𝐫𝐒𝐭𝐲 𝐬𝐭𝐚𝐫𝐬 Tokkummaan Humna!!

04/10/2026
🌊 Waan firriis ta’e diinni hubachuu qabu jira!Bakki nuti deemnu Mekellee qofa miti; Galaana Diimaa dha.β€œMootummaa Ida’am...
04/10/2026

🌊 Waan firriis ta’e diinni hubachuu qabu jira!

Bakki nuti deemnu Mekellee qofa miti; Galaana Diimaa dha.

β€œMootummaa Ida’amuu” jechuun daangaa lafaatiin qofa yaaduu miti. Seenaa, diinagdee, daldala, koridarii, geejjiba fi carraa galaanaa walitti hidhuun faayidaa biyyaalessaa yeroo dheeraa ijaaruu dha.

πŸ“Œ Seenaa irraa baranna:
Biyyi tokko yeroo dheeraa jiraachuuf, daangaa isaa qofa osoo hin taane, karaa daldalaa fi walqunnamtii naannawaa beekuu qaba.

πŸ“Œ Tarsiimoo keenya:
Daangaa β†’ Koridarii β†’ Daldala β†’ Galaana β†’ Diinagdee β†’ Ida’amuu.

Galaana Diimaa irratti dhimma qabaachuun jechuun biyya biraa irraa waan tokko humnaan fudhachuu jechuu miti; karaa diplomaasii, waliigaltee, daldalaa fi tumsa naannawaa fayyadamuun fedhii fi faayidaa biyya keenyaa kabachiisuu jechuu dha.

πŸ‡ͺπŸ‡Ή Mootummaa Ida’amuu β€” biyya keessaa walitti fiduu, naannoo waliin walitti hidhuu, addunyaa waliin walqunnamsiisuu.

🌊 Kaayyoon keenya lafa qofa miti; karaa gara badhaadhinaatti geessu ijaaruu dha.

04/10/2026

Mootummaan Ida’amuu Hundeessun!
β€œGaraagarummaa keenya kabajnee,
Humna keenya idaanee, badhaadhina waliinii ijaarree, dhalootaa-dhalootatti dabarsina.”

04/10/2026

Sagalee Uummataa Irraa Gara Ijaarsa Mootummaatti!!!!

Hundeeffama Mootummaa Ida'amuu     'ata_Guddaa
04/10/2026

Hundeeffama Mootummaa Ida'amuu

'ata_Guddaa

04/10/2026





   ‼️Waraanni Shaabiyaa godina Addigraatitti marsamee ture harka kennate !Gootichi Raayyaan ittisa biyyaa keenya tarkaan...
04/10/2026

‼️

Waraanni Shaabiyaa godina Addigraatitti marsamee ture harka kennate !

Gootichi Raayyaan ittisa biyyaa keenya tarkaanfii saffisaa gara kaabaatti taasisee hordoofe, haala namni kamiyyuu hin yaadneen kan marfamee fi karaa Addigraatiin socha'aa kan ture rejimentiin Shaabiyaa har'a harka kennuun isaa mirkanaa'eera.

Kan Itoophiyaa tuqe hin eebbifamu !


'ata Guddaa

 ‼️Hoogganaan murna TPLF Dr.Debratsiyoon G/Mikael raayyaa ittisa biyyaa Itiyoophiyaatti harka kennachuuf fedhii akka qab...
04/10/2026

‼️

Hoogganaan murna TPLF Dr.Debratsiyoon G/Mikael raayyaa ittisa biyyaa Itiyoophiyaatti harka kennachuuf fedhii akka qabu maddeen itti dhiheenyan hordofaa jiran ibseera.

Mootummaan jaarrolee sha'ebiyaa Dr.Debratsiyoon raayyaa ittisa biyyaatti akka harka hin kennane waraana dabalataa qa'ee inni jirutti buusun eegumsa godhaafi jira.

Tarii hoogganaan murnichaa sha'ebiyaa harkaa miliqee harka kennuufis qophiirra jira.
’ata_Guddaa!


03/10/2026


Address

Finfinnee
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 𝐏𝐫𝐨𝐬π™₯𝐞𝐫𝐒𝐭𝐲 𝐬𝐭𝐚𝐫𝐬 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to 𝐏𝐫𝐨𝐬π™₯𝐞𝐫𝐒𝐭𝐲 𝐬𝐭𝐚𝐫𝐬:

Shortcuts

Share