Media Oromo

Media  Oromo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Media Oromo, Addis Ababa, Deder.
(3)

Miikeel Aarteettaan leenjisaa jalqabaa kilaba taphachaafii tureef leenjisaa waancaa pirimer liigii injifate tahe.
24/05/2026

Miikeel Aarteettaan leenjisaa jalqabaa kilaba taphachaafii tureef leenjisaa waancaa pirimer liigii injifate tahe.

Wilo Saliba Kan dhumaa osoo hin taane, isa jalqabaa keenya.🔥
24/05/2026

Wilo Saliba
Kan dhumaa osoo hin taane, isa jalqabaa keenya.🔥

"Seenaa liigichaa keessatti shaampiyonaan baay'ee hifachiisaa fi jibbisiisaan Arsenal, Manchester City fi leenjisaa isaa...
24/05/2026

"Seenaa liigichaa keessatti shaampiyonaan baay'ee hifachiisaa fi jibbisiisaan Arsenal, Manchester City fi leenjisaa isaanii isa seenaa keessatti isa hundarra caalu (Pep Guardiola) qabxii 7n caalee shaampiyonaa ta'ee jira.

Manchester City nu (Arsenal) irra caalaa Man United warraa sadarkaa 3ffaatti dhihaatee xumure. Liverpool isa waggaa darbe shaampiyonaa turee fi namni hunduu 'waancaan isaaf mala' ja'ee yaadaa ture caalaas qabxii ol'aanaa qabannee xumurre.

​Akkam yoo ta'eyyuu, baga gammaddan deeggartoonni Arsenaal! Gammachuu keessan ibsachaa bulaa, rafuun hin jiru! ❤"

🥰'Comment 'jalatti barreeffama Arsenaal jedhu 10,000 barbaachisa. Meeti ?💪Loading....
24/05/2026

🥰'Comment 'jalatti barreeffama Arsenaal jedhu 10,000 barbaachisa. Meeti ?
💪Loading....

Arsenaal waggaa 22 booda waancaa Piriimer liigii injifate.Piriimer liigiin Ingilaand bara 2025/26 Shaampiyoonummaa Arsen...
24/05/2026

Arsenaal waggaa 22 booda waancaa Piriimer liigii injifate.

Piriimer liigiin Ingilaand bara 2025/26 Shaampiyoonummaa Arsenaaliin goolabameera.

Taphoota torbee xumuraa har'a geggeeffaman boodas taateewwan hedduun kan uumaman yoo ta'u, Leenjisaan Maanchistar Siitii Gaardiyoolaa fi taphataan garichaa Siilvaan deggertootatti nagaa dhaammataniiru. Gama Liivarpuuliin ammoo Saalaafi Roobertisan deggertootatti nagaa dhaammataniiru.

Liigichaan Tootenihaam morkii cimaa booda liigicha keessatti yoo hafu, injifachuusaa hordofee Weestihaam gara liigii gadiitti bu'eera.

Taphataan Maanchistar Yunaayitid Biruunoo Fernaandez ammoo kubbaa galchiif ta'u 21'ffaa mijeessee kennuun rikardii haaraa seenaa Piriimer liigii keessatti galmeessuu danda'eera.

Arsenal - London is RedPremier League Champions 2025/26 🤩Join us LIVE for the trophy lift celebrations 🏆
24/05/2026

Arsenal - London is Red
Premier League Champions 2025/26 🤩
Join us LIVE for the trophy lift celebrations 🏆

Godina Boorana Bahaatti Arjooma Dhiigaa Deeggartoota Arseenaaliin . Galatoomaa!!!Lubbuu Nama hedduu nuuf oolchitaniittu❤
24/05/2026

Godina Boorana Bahaatti Arjooma Dhiigaa Deeggartoota Arseenaaliin .
Galatoomaa!!!

Lubbuu Nama hedduu nuuf oolchitaniittu❤

Deggertoota Arsenal Ambo University ❤❤
24/05/2026

Deggertoota Arsenal Ambo University ❤❤

 Uugaandatti deggartonnii Maan Siitii fi Maan Yunaayitiid lamaan kuneen hoolaa warri Arseenal sagantaaf bitatan hatuun t...
24/05/2026


Uugaandatti deggartonnii Maan Siitii fi Maan Yunaayitiid lamaan kuneen hoolaa warri Arseenal sagantaaf bitatan hatuun to'annoo jala oolaan🙄🙄🙄

 sagantaan kabaja shaampiyoona ta'uu kilaba keenya  Arsenal tiin wal qabatee duulli magaalaa keenya qulqulleessuu gaafa ...
23/05/2026



sagantaan kabaja shaampiyoona ta'uu kilaba keenya Arsenal tiin wal qabatee duulli magaalaa keenya qulqulleessuu gaafa wiixataa wiixataa (17/09/2018) ganama sa'aatii 12:00-1:00tti Naannoo Siidaa Dr Hayilee Fidaa irraa kaasee hanga Muuziyeeyii (waajjira kantiibaa)tti akka ta'uuf koreen garee deeggartoota Arsenal magaalaa Naqamteef waajjirri mootummaa irraa qaamni dhimmi isaa ilaallatu waliin kan murteeffame ta'uu isin beeksisaa tarii murtoofi yaanni gara biraa yoo jiraate kan isin beeksifnu ta'uu kabajaan isin hubachiifna.

Address

Addis Ababa
Deder

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Media Oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share