22/02/2026
Kristaanoo Ronaaldoo :- ⭐️🌙💥 Gocha kabajaa fi tokk*mmaa agarsiisuun, taphattoota Al-Nassr kanneen amantii Islaamaa hordofan faana miira isaanii qooddachuuf ji'a Ramadaanaa keessaa guyyoota lamaaf sooma-soomuun isaa gabaafameera.
-Gochi isaa kun jaalalaa fi kabajaa amantii hiriyoota isaatiif qabu kan agarsiisu yoo ta'u, deeggartoota isaa biratti dinqisifannaa guddaa argamsiiseefii jira.
Rabbi waan ofii jaallattuun isa haa-gammachiisu jennee kadh●nna 🤲
Cristiano Ronaldo