CAAYA PAGE

CAAYA PAGE Caayaa Page fuula media hunda all social media page follow like Sher comment Godha

Sabni Miidiyaa Jabaa Hin Qabne
Walabummaa hin qabu
Oduu fi Odeeffannoo Sirrii fi Guutu Ta'e isin Biraan Gahuuf Hajjanna Isiniis Media tamsaasa Kallattii Follow Nu Godhuun Nuu Hordofaa Galatooma

15/06/2026

Hulaan ati bantu cufti tan RIZQII fi BARAKAA siif

❤️ haa taatu ❤️

14/06/2026

Warra Saud Arabia🇸🇦 USA🇱🇷 UAE 🇦🇪 Ethipia🇪🇹 UK 🇬🇧 🇨🇦 🇩🇪 fi Addunyaa guutuu irraayyuu Hundii keessanuu Galatooma. kuni k**a Facebook kaaye jechuufin maqaa waame malee Biyya hundarraayyuu warri Na hordofton galatooma🫶🥰

Waanan Islaama ta'eefan gubadhe yoo ta'e natti xiqaata. Rakkinni na mudate gatii Islaamummaa bareedaa fi dhugaa Rabbiin ...
14/06/2026

Waanan Islaama ta'eefan gubadhe yoo ta'e natti xiqaata. Rakkinni na mudate gatii Islaamummaa bareedaa fi dhugaa Rabbiin naaf kenne wajjin yoo madaalamu baay'ee xiqqaa dha. Gatiin Islaamummaa ani qabaadhe kun guddaa waan ta'eef, duuti illee isa hin madaalu.

Waan narratti ta'e kun ana irratti kan jalqabe miti. Namoonni Rabbitti amanan hedduun qormaata, arrabsoo fi rakkoo kana caalaa keessa darban jiru. Rabbiin akkana jedha:

"Namoonni, ‘Amanne’ jedhan qormaata malee akka dhiifaman ni yaadu moo?" (Suuraa Al-Ankabuut 29:2)

Arrabsoon, qoosaa fi tuffiin isin warri Rabbitti hin amanne gootan illee isin irratti jalqabe miti.
Garuu yaadadhaa; addunyaan kun bakka turtii yeroo gabaabaa qofaati. Guyyaan namni hundi hojii isaa irratti gaafatamu ni dhufa.
Ani garuu isin irratti hammina hin hawwu. Kadhannaan koo Rabbiin qalbii keenya hunda haa qajeelchuudha. Namni har'a nama arrabsu boruu gara dhugaatti deebi'uu danda'a. Kanaaf ani obseen jiraadha; sababni isaas Rabbiin na fayyisa jedhee waan amanuuf.
Ergamaan Rabbii ni jedhan:

"Namoonni irra caalaan qorama cimaa argatan Nabiyyoota; isaanii booda warra isaan fakkaatan."

Alhamdulillaah, waan hundumaa keessatti Rabbiin galateeffadha. Rakkinni na mudate keessaa na baaseera; kan hafe illee Inni ni sirreessa. Rabbiin nu hunda irratti rahmata haa buusu, qalbii keenya imaanaan haa jabeessu.
🤲 Alhamdulillaahi Rabbil Aalamiin.
Qilleensi Nasrii Bubbise Page Sulxaan Al-Keeyri Asiledin Mohammed Xaaliburidallah Hussen Miftah Jibril Abdi Regasa

12/06/2026
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Iisaa Kadir, Reis Mohammed Hasen
09/06/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Iisaa Kadir, Reis Mohammed Hasen

Address

Asebe Teferi
0004

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when CAAYA PAGE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to CAAYA PAGE:

Share