Ba'aa Irraa Gara Bu'aatti

Ba'aa Irraa Gara Bu'aatti Miidiyaa Cimaa Ijaaruun Biyya teenya haa Ijaarru!!

ESSENTIAL NETWORKING EQUIPMENT                #एफबी
02/05/2026

ESSENTIAL NETWORKING EQUIPMENT #एफबी

‎Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa Ebla 27, 2018 Irraa Eegalee Qondaaltoota Filannoo Hafanif Kaffaltiin Akka Ra...
02/05/2026

‎Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa Ebla 27, 2018 Irraa Eegalee Qondaaltoota Filannoo Hafanif Kaffaltiin Akka Raawwatamu Beeksise.🙏🙏🙏🙏

‎Dura Teessun Boordii Filannoo Itiyophiyaa ወ/ሮ ሜላተወርቅ ሀይሉ xumura galmee filattotaa ilaalchisee ibsa kennaniiru.
‎Dura teessuun kun akka jedhanitti, qondaaltota filannoo kuma 125 fi 215f kaffaltii gara birrii biiliyoona 2tti dhiyaatu raawwachuuf qophii xumurree jirra.

‎Mootummaan baajata filannoof birrii biiliyoona 110 ramaduus, boordiin sirna amma jiruun baajata ramadame caalaa akka isa barbaachisu waan amaneef, baajata dabalataa gaafachuunsaa yaadatamuu qaba.

‎Qondaaltota filannoo kuma 1195, 3116 keessaa qondaaltota filannoo kuma 71 ta’aniif gara birrii biliyoona 1tti dhiyaatu kaffaltii raawwachuu isaanii ibsaniiru.

‎Hojiin ragaa mirkaneessuu qondaaltota filannoo hafaniif akka xumuramu fi Ebla 27, 2018 irraa eegalee kaffaltiin herrega isaanii sirrii irratti akka raawwatamu waadaa galaniiru.

‎Adeemsa galmee filattotaa keessatti qondaaltonni filannoo irra caalaan isaanii hojii isaanii sirnaan akka raawwatan kan ibsan Dura teessun kun, qondaaltota filannoo የምርጫ ጣቢያ አስፈጻሚዎች adeemsa galmee gufachiisan irrattis tarkaanfiin barbaachisaan fudhatamuu ibsaniiru.

 👇🛑 Miseensi Kongiresii Ameerikaa Aleksaandriyaan, Trumpiin keessa Paarlaamaa keessatti arrabsitee fii salphiste.🧿 Lolli...
02/05/2026

👇
🛑 Miseensi Kongiresii Ameerikaa Aleksaandriyaan, Trumpiin keessa Paarlaamaa keessatti arrabsitee fii salphiste.
🧿 Lolli Iiraan irratti gaggeeffamu yeroo qisaasuu fii maallaqa Mootummaa Ameerikaa dhabuudha; kunis faayidaa michuu Netaniyaahuu kan du’a daa’immanii fii namoota irratti fayyadamuuf qofa oola.
🧿 Iiraan Biyya dadhabaa miti, akkasumas akka Veenezuweelaa hin taatu. Lolli ishee waliin taasifamu waggaa dhibba tokkoof illee itti fufuu danda’a; dhuma irratti injifannoo yookaan mo’amuun hin jiraatu.
🧿 Addunyaan guutuun yeroo ammaa murtiiwwan pirezidaantii hin sirreeffamne fii yaada isaa kan bu’aan hin yaadamne irraa kan ka’e miidhamtee jirti. Iiraan immoo karaa galaanaa cufte; dhuma irratti biyyoonni hundi rakkoo keessa seenu danda’u.Kun hundi hojii Trumpiiti jedhu, kanaafis haala sammuu isaa ilaalchisee qorannoon irratti godhamuun barbaachisaadha" jettee jirti Galatoomi jennaan warri akka kiyyaa.
Mee Namni akka kootti Trump jibbitan ✋✋

28/04/2026
20/04/2026
19/04/2026
19/04/2026
 👇👇"Siyaasaan Machoofnee turre" Keeriyaa Ibraahim."Ani waggaa 10'niif taaksii yaabee osoon hin beekne; kunoo amma Ummata...
19/04/2026

👇👇
"Siyaasaan Machoofnee turre" Keeriyaa Ibraahim.

"Ani waggaa 10'niif taaksii yaabee osoon hin beekne; kunoo amma Ummata koo waliin hiriireen taaksiin deemaara; " Afu yaa'ii mana marii Federeeshinii duraanii fi miseensa TPLF Aadde Keeriyaa Ibraahim
Miseensi dhaaba Wayyaanee fi Afu Yaa'iin mana marii Federeeshinii duraanii tun hedduu gaabbuu dubbatte!
Miseensi Wayyaanee fi Afu Yaa'iin mana marii Federeeshinii duraanii Aadde Keeriyaa Ibraahim garee Sibaahat Naggaa faa waliin mootummaa mormitee eega hidhamtee; Dhiifama ministira Muummee Dr Abiyyi Ahmadiin hidhaa baate; guyyaa arraa haasawa garaa nama nyaatu dubbatte; Keeriyaan imimmaan ija maraa haasoofte! Aadde Keeriyaa maal gaabbite? Maal dubbate? Ballina dhiyaateera.👇
https://youtu.be/g6XThH8CI6Y?si=dhOlG9rdfEL8sjOV

Address

Chelenko
Ch'elenk'o

Telephone

+251712840601

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ba'aa Irraa Gara Bu'aatti posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ba'aa Irraa Gara Bu'aatti:

Share