Godina H/Bahaa Aanaa Gooroo Muxii Bulchinsa Ganda Gooroo Lakkoofsa 2

  • Home
  • Ethiopia
  • Goro
  • Godina H/Bahaa Aanaa Gooroo Muxii Bulchinsa Ganda Gooroo Lakkoofsa 2

Godina H/Bahaa Aanaa Gooroo Muxii Bulchinsa Ganda Gooroo Lakkoofsa 2 "There is no time for work, all time is for work. We have to keep working to move our country forward."

13/06/2025

Yaadota Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad gaaffiifi deebii kutaa afur qabu kutaa tokkoffaa keessatti sochii mootummaafi kallattii egeree waggoota torban darbaniirratti taasisaniin kaasan
+++++++++++++++

✍️ Itoophiyummaan dhimma yeroo irraa fayyadamnu qofa faarsinee, yeroo nutti toluu didu dhiisnu miti

✍️ Eenyummaa wanta tokkoon yammuu ibsinu, tokko cimsinee isa kaan salphisuu yeroo jalqabnu hiikni Itoophiyummaa madaala sirrii dhaba

✍️ Eenyummaan Itoophiyummaa gadi jiran, nijiru

✍️ Eenyummaa Itoophiyummaarratti osoo waliif hingalin, dhimmoota biroorratti mari'achuun rakkisaadha,

✍️ Seenaa akka maatii tokkootti walitti nu qabu barbaachisa

✍️ Dantaan sabaa fedhii dhuunfaarra kan darbe, walharkaa fuudhiinsa dhalootaa gidduutti kan cimudha

✍️ Gaafa jiraannu lammii Itoophiyaa; gaafa duunu yaada Itoophiyaa jedhutu bulcha;

✍️ Hambaa abbootiin keenya dhiisanii deeman akka turu kan suphinu; akka dhaloota ittaanutti ce'uu danda’uufi;

✍️ Dhaloota yaadaa; egeree yaadaa hojjachaa jirra.

✍️ Itoophiyummaan, kaleessa duudhaan hubachuun; qaawwa jiru guutaa gara ittaanutti ceesisuudha

✍️ Itoophiyummaan sulula calalee yaa'udha;

✍️ Yeroo tokko tokko roobaan boora'uu danda'a; garuu deebi'ee qulqullaa'a

✍️ Itoophiyummaan dhangala'aa walitti fufiinsa qabuufi walitti fufiinsaan yaa'u, guutee deebi'u, ijoolleen ibsamuudha; kan tureefi kan jiraatudha

18/11/2024

Address

Gooroo Muxii
Goro

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Godina H/Bahaa Aanaa Gooroo Muxii Bulchinsa Ganda Gooroo Lakkoofsa 2 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share