Timaj ayub

Timaj ayub Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Timaj ayub, Marketing Agency, Harar.

25/02/2025

City of Peace!
Corridor development at ARATEGNA, Harar.

25/02/2025
13/05/2024

#የኢትዮጵያ #ጠቅላይ #ሚኒስትር #ክቡር #ዶ/ር

12/05/2024
12/05/2024

ለ #ጽዱኢትዮጵያ በአንድ ጀምበር 50 ሚሊዮን ብር የምናሰባስብበት ልዩ የዲጂታል ቴሌቶንን ተቀላቅለናል።

የዚህ አኩሪ ታሪክ ባለድርሻ እንሁን!

12/05/2024
12/05/2024

Guyyaa Idile Addunyaa 26ffaa Harar naannichatti geggeeffamu milkaa'inaan kabajuuf qophiin godhamaa akka jiru ibsame.

Guyyaa Idile Addunyaa 26ffaa Harar naannichatti geggeeffamu milkaa'inaan kabajuuf qophiin godhamaa akka jiru Waajjirri dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Hararii beeksise.

Itti Gaafatamaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannichaa obbo Heenook Muluneh ibsa kannaniin guyyaa idil addunyaa 26ffaa Harar kanaan dura biyyoota addunyaa adda addaa keessatti kabajamaa akka ture ibsaniiru.

Guyyaan idil Addunyaa 26ffaan Harar baranaa ji'a dhufu magaalaa Hararitti kabajamu milkaa'inaan kabajuuf mootummaan naannichaa koreewwan sadarkaa adda addaa hoggantoota olaanoon hogganaman hundeessuun gara hojiitti akka gale ibsaniiru.

Ayyaanni kun magaalaa Hararitti kabajamuun isaa ummata Hararii fi dhalattoonni naannichaa biyya ambaa jiraatan seenaa, aadaa fi duudhaa isaanii akka baraniif qofa osoo hin taane, walitti dhufeenyaa fi hariiroo biyyaa fi ummata isaanii waliin qaban cimsuufiis ni gargaara jedhaniiru.

Kana malees, Ummata Hararii fi dhalattoonni Hararii biyya alaa jiraatan qabeenya isaanii beekumsa qaban walitti gurmeessuun hojiilee misooma naannichaa keessatti hirmaannaa isaanii akka cimsaniifiis ni gargaara jedhaniiru.

Ayyaanni kun maqaa gaarii naannichaa beeksisuu fi ijaaruuf, invastimantii baballisuu fi sochii turizimii naannichaa guddisuuf haala mijjaawaa kan uumu ta’uu addeessaniiru.

Mootummaan naannichaa sagantaa guyyaa idil addunyaa 26ffaa Harar karaa bifa milkaa'aa ta'een akka kabajamuuf xiyyeeffannaan hojjachaa jira jedhan.

Ummata Hararii fi dhalattoonni naannichaa biyyoota ambaa adda addaa keessa jiraatan haala mijjaawaa fi waamicha dhaloota 3ffaa Kabajamoo Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahmad dhiheessan fudhachuun ayyaanicha irratti hirmaachuuf akka of qopheessan waamicha dhiheessaniru.

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Timaj ayub posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share