Urjii Media

Urjii  Media Saffisaa Gara Guddinna

17/03/2026

╱◥██████◣
│∩│🌄▤│▤▤│
Mana kana kooppii gootee yoo comment jala keette bilbilli kee originala.

Suuraa  @
07/03/2026

Suuraa @

NANSABO 0-1 ADOLA WOYUFull timeAdoolaa Woyyuun 1Fi0 Nansabo Urjii  Media
06/03/2026

NANSABO 0-1 ADOLA WOYU
Full time
Adoolaa Woyyuun 1Fi0 Nansabo
Urjii Media

30'NANSABO 0-1 ADOLA WOYU Adoolaa Woyyuun Daqiiqa 30ffaa Irratti Galchi 1 Nansabi Irra Galche
06/03/2026

30'

NANSABO 0-1 ADOLA WOYU

Adoolaa Woyyuun Daqiiqa 30ffaa Irratti Galchi 1 Nansabi Irra Galche

Bona ka Ganale Qaxalee Worra Gujii
06/03/2026

Bona ka Ganale Qaxalee Worra Gujii

Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaa; Bishaan Qaruuraa ‘Fine Batch 620’ akka hin fayyadamne akeekkachiise.‎‎Bittoteessa 0...
06/03/2026

Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaa; Bishaan Qaruuraa ‘Fine Batch 620’ akka hin fayyadamne akeekkachiise.

‎Bittoteessa 06, 2026

‎Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, bishaan qaruuraa ‘Fine’ kan ‘batch number 620’ qabu akka hin fayyadamne akeekkachiisa cimaa kennee jira.

‎Ibsa kennameen, odeeffannoo qooda fudhattoota irraa argame irratti hundaa’uun, oomisha bishaanii kanaa irratti qorannoon saamudaa gaggeeffame qulqullina isaa gadi aanaa ta’uu mirkaneesseera. Qorannichi ‘slime/biofilm’ of keessaa qabaachuu isaa agarsiise; kunis fayyaa namaatiif balaa qabaachuu fi adeemsi oomishaa Hojimaata Omisha Gaarii kan hin hordofne ta’uu ibsameera.

‎Kanaaf, ummanni oomisha marsaa kanaan oomishame akka hin fayyadamne dhaamsi kennameera. Abbaan taayitaa murtii adda addaa irratti dabarseen, hanga rakkoon kun dhaabbataadhaan sirreeffamee fi hayyamni omishaa fi raabsaa barreeffamaan mirkanaa’utti, Gurrandhala 24/6/2018 irraa eegalee oomisha kana oomishuu fi raabsuu dhorkameera.

‎Dhaabbatichi immoo oomisha dhiibbaa irra gahe(Batch 620) guyyoota shan keessatti gabaa keessaa baasuun akka abbaa taayitichaa beeksisu ajajameera.

Maddi Od ‎Waliif Tv

Misooma Koriider Marsaa 2ffaa Magaala Finffinne Misoomi Kun Magaala Biyyatti Hundatti Osoo Badhatee Aku HoseeUrjii  Medi...
06/03/2026

Misooma Koriider Marsaa 2ffaa Magaala Finffinne Misoomi Kun Magaala Biyyatti Hundatti Osoo Badhatee Aku Hosee
Urjii Media

Bule Hora University Urjii  Media
06/03/2026

Bule Hora University Urjii Media

Address

Gujii
Kibre Mengist

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Urjii Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share