EECMY Nagele Borana Congregation

EECMY Nagele Borana Congregation Kolosai 4:2
Hojja ch'ufa kadhadha, indadhabiina, ilaafiina, Waaqaa galata deebisa.

03/09/2026

Dorgommii Kubaa Miilaa (U-14)

‎Daa'imman keenna umrii 14 gadii dandeettii isaanii dirree irratti yeroo nuu agarsiisan daawwachuuf qophiidhaa?

‎⚽ WKWWMY-Nageellee Booranaa 🆚 WKWWMY-Lagaa Booraa jidduttin Waal moorkiin ciimaan ni Geggefamaa
‎📅 Guyyaa: Hagayya 30, 2018
‎⏰ Sa'aatii: Ganama 4:00
‎📍 Bakka: Istadiyooma Magaalaa Nageellee Booranaa (Dirree Liibaan)

‎Maatiin, Amantooti fi jaalattoonni ispoortii hundi keessan afeeramtanirtu.

‎Kottaa ijoollee teenna waliin jajjabeessinaa! 👏🎉

03/09/2026

😂😂😂😂 Dirree Wangeelaa irratii

‎WALDORGOMMII KUBAA MIILAA DAA’IMMANII‎Sagantaa guddina dandeettii daa’imman keennaa xiyyeeffannoo keessa galchuudhaan, ...
02/09/2026

‎WALDORGOMMII KUBAA MIILAA DAA’IMMANII

‎Sagantaa guddina dandeettii daa’imman keennaa xiyyeeffannoo keessa galchuudhaan, waldorgommiin kubaa miilaa daa’imman umrii 14 gadii Waldaa Warra Wengelaa Makaane Yesuus Nageellee Booranaa fi Waldaa Warra Wengelaa Makaane Yesuus Laga Booraa jidduutti qophaayeera.

‎Guyyaa: Hagayya 30, 2018 (Sanbata Diqqaa)

‎Yeroo: Waaree Duuraa 4:00 irratti jalqabamaa

‎Bakka: Istaadiyooma Magaalaa Nageellee Booranaa (Dirree Liibaan)

‎Maatiin, amantootni, fi jaallattoonni ispoortii hundi sagantaa kanarratti argamuudhaan daa’imman dhiyeennaan akka hamileeffachiistan kabajaan affeeramtaaniirtu.

Qajeelummaa Dhugaa fi Sobaa
01/09/2026

Qajeelummaa Dhugaa fi Sobaa

AFEERRAA WAAQEFFANNAA GUYYAA DILBATAA 🕇"Qajeelummaa Dhugaa fi Sobaa"Ergaan Kutaa :Ragaa Ermiyaas 31:7-9Roomee 5:12-21Kutaan Wengeela:Injiilaa Maatiyoos 23:1-12Kottee keessan gara mana Waaqayyyootti q...

31/08/2026

MOYYEE ሞዬ 🥰🥰🥰

Tajaajiltuu fi misseensaa waldaa kenyaa kan turtee obooletin tenaa Maanaa  fi Abaa Manaa isii Obbo Kebere Nagash  akkuma...
30/08/2026

Tajaajiltuu fi misseensaa waldaa kenyaa kan turtee obooletin tenaa Maanaa fi Abaa Manaa isii Obbo Kebere Nagash akkumaa wagootaa 6 duraa wagaa kanaalee dabtaraa fi qalammaa barattootaa harkaa qaleyii 100 ta'anif arjomanii jiruu akkasumas wagaa 6ffaa halaa ho'aa kabajani jiraa waaqi isaan haa Eebisuu
የቤተክርስቲያናች አባል እና አገልጋይ እህታችን ማና እና ባለቤቷ አቶ ከበር ለ100 ተማሪዎች ልክ እንደ ባለፉት 6 ዓመታት በዚህም ዓመት ለ100 ተማሪዎች 100 ደርዘን ደብተር እና እስኪርቢቶ ድጋፍ አድርገው 6ኛውን ዓመት በደማቅ ሁኔታ አክብረናል እግዚአብሔር ይባርካቸው

‎‎Koota, AABBO Waaqa faarsina! Waaqa nu baase gammadaani sirbina!  Koota isa dura d'umne, galata deebimneefi, gammanne, ...
30/08/2026


‎Koota, AABBO Waaqa faarsina! Waaqa nu baase gammadaani sirbina!
Koota isa dura d'umne, galata deebimneefi, gammanne, sirbine isa faarsina. ------ Faaru 95:1-2

‎Dargaggoota Waldaa Kristiyaana Warra Wangeelaa Makaane Yesus Magaala Nageellee Booranaa (WKWWMY) hundaaf.

‎Sagantaan Waaqeffannaa hafuuraa kan Tokkummaa Dargaggoota Kilaasteraa Magaala Nageellee Booranaa Makaane Yesus qophaa'ee Waan jiruuf Dargaggootii Walda Kirisitaanaa Makaane Yesuus Hundii keessan Akka irratti hirmaatn Jaalala Kristosiin isaan afeerarra.

‎Iddoon Saganta itti Geggefamuu Fi Yeroo isaa:

‎Bakka: Buufata Lallabaa Mallisootti

‎Guyyaa: Hagayya 24, 2018 (A.L.I)

‎Sa'aatii: 9:30 - 12:00 (Waaree Booda)

AFEERRAA WAAQEFFANNAA GUYYAA DILBATAA 🕇"Qajeelummaa Dhugaa fi Sobaa"Ergaan Kutaa :Ragaa Ermiyaas 31:7-9Roomee 5:12-21Kut...
28/08/2026

AFEERRAA WAAQEFFANNAA GUYYAA DILBATAA 🕇

"Qajeelummaa Dhugaa fi Sobaa"
Ergaan Kutaa :
Ragaa Ermiyaas 31:7-9
Roomee 5:12-21

Kutaan Wengeela:
Injiilaa Maatiyoos 23:1-12

Kottee keessan gara mana Waaqayyyootti qajeelchuun, eebba sagantaa kanaa keessaa qooda akka fudhattan Jaalala Waaqayyootiin affeeramtaniirtu!

📅 Guyyaa: Hagayya 24, 2018
⏰ Yeroo: Ganama keessaa sa'aatii 3:30 – 6:30
📍 Bakka: WKWWMY Nageellee Booranaa Itoophiyaa

Sagantaa Guyyichaa:

Waaqayyo faarfannaan ni leellifama, ni waaqeffamaa

Qoonqoo Waaqaatiin barumsa gadi fageenyaa ni fudhanna

Sagantaa cuuphaa ni Geggefamaa

Tajjajiltootti Nuu Taajjajilaan:
Waaqqoo Diiddoo Qoonqoo , Waaqa nuu Baarsiisaa
Farfaanna Waldaa Kenna nuu taajjajiluu

Hundumsi keessan afeeramtaniirtu! Kottaa, waliin eebbifamnaa!

25/08/2026
25/08/2026

Address

Nagele Borana
Negele
1685

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EECMY Nagele Borana Congregation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share