π’π¨πŸ-𝐎𝐦𝐞𝐫 𝐒𝐑𝐨𝐰

  • Home
  • Ethiopia
  • Robe
  • π’π¨πŸ-𝐎𝐦𝐞𝐫 𝐒𝐑𝐨𝐰

π’π¨πŸ-𝐎𝐦𝐞𝐫 𝐒𝐑𝐨𝐰 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from π’π¨πŸ-𝐎𝐦𝐞𝐫 𝐒𝐑𝐨𝐰, Social Media Agency, οΏ½ Oromia, Robe.

23/02/2026

13/02/2026

γ‚šviralγ‚·fypγ‚·γ‚š γ‚šviralγ‚·fypγ‚·γ‚šviralγ‚·alγ‚· γ‚š

11/02/2026

γ‚šviralγ‚·fypγ‚·γ‚š γ‚šviralγ‚·fypγ‚·γ‚šviralγ‚·alγ‚· γ‚š

Milkii barbaanaan jechaafii gocha kee wal simsiisi.
06/02/2026

Milkii barbaanaan jechaafii gocha kee wal simsiisi.

01/02/2026

Leencan baddaa baale Oromiyaaf biqilchite.
γ‚šviralγ‚·fypγ‚·γ‚š γ‚šviralγ‚·fypγ‚·γ‚šviralγ‚·alγ‚· γ‚š

22/01/2026

γ‚šviralγ‚·fypγ‚·γ‚š

22/01/2026



γ‚šviralγ‚·fypγ‚·γ‚šviralγ‚·alγ‚· γ‚š

Chaanaalii kana link armaan gadii kanaan seenaa daawadhaa. γ‚š
20/01/2026

Chaanaalii kana link armaan gadii kanaan seenaa daawadhaa.
γ‚š

Sirba afaan oromoo kan istaayila poopii (pop style) weelifame.

Buufata  Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu.π’π¨πŸ-𝐎𝐦𝐞𝐫 𝐒𝐑𝐨𝐰 10/01/2026Ijaarsi isaa Amajjii 02,2018 Ministira Muummee Itiyo...
10/01/2026

Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu.

π’π¨πŸ-𝐎𝐦𝐞𝐫 𝐒𝐑𝐨𝐰 10/01/2026

Ijaarsi isaa Amajjii 02,2018 Ministira Muummee Itiyoophiyaa Abiyyi Ahmad (PhD) eegalchiifame.

Finfinnee irraa gara Kibba Bahaatti KM 40 fagaata.

Seenaa Afriikaa keessatti buufata xayyaaraa isa guddaadha.

Ijaarsa isaa marsaa 1ffaan yeroo xumuramu waggaatti imaltoota miiliyoona 60 keessummeessuu danda'a.

Guutummaatti yoo xumuramu immoo waggaatti imaltoota miiliyoona 110 keessummeessa jedhame

Sadarkaa idil Addunyaattis Dorgomtummaa Daandii Xiyyaaraa Itiyoophiyaa daraan dabala jedhameet eegama.

Nagaheen gurgurtaa harkaa harkaattii koodii addaa hin qabne boruu eegalee hojiirra hin oolu - Ministeericha.π’π¨πŸ-𝐎𝐦𝐞𝐫 𝐒𝐑𝐨...
08/01/2026

Nagaheen gurgurtaa harkaa harkaattii koodii addaa hin qabne boruu eegalee hojiirra hin oolu - Ministeericha.

π’π¨πŸ-𝐎𝐦𝐞𝐫 𝐒𝐑𝐨𝐰 (08/01/2026)

Nagaheen gurgurtaa harkaa harkaattii koodii addaa hin qabne boruu eegalee hojiirra hin oolu jedhe Ministeerri Galiiwwanii.

Ministeerichi yakka waliin dhahuu Taaksiirratti raawwatamu ittisuuf Nagahee Koodii Addaa(QR Cod) qabu bara darbe baatii Muddee hojiirra oolchuun ni yaadatama.

Boruu eegalee nagaheen gurgurtaa harkaa harkatti raawwatamu kan koodii addaa hin qabne guutummaatti dhorkamuu ministeerchi ibseera.

Haaluma kanaan Amajjii 1, 2018 eegalee nagaheen koodii addaa qabu guutummaatti hojiirra kan oolu ta’uu hime.

Kaffaltoonni gibiraa nagaheen akka maxxanfamuuf gaaffii dhiyeessanii hanga ammaatti hin fudhanne Waajjira damee gibira itti kaffalanii nagaheewwan kanneen akka fudhatan yaadachiisera.

Dhaabbilee daldalaa qajeelfama kana hojiirra hin oolchinerratti tarkaanfiin seeraa kan fudhatamu ta’uu hubachiise.

08/01/2026

Raashiyaan US lammiileesheerraan miidhaa akka hin geessifne dhaamte.

π’π¨πŸ-𝐎𝐦𝐞𝐫 𝐒𝐑𝐨𝐰 (08/01/2026)

Ministeerri dhimma alaa Raashiyaa Ameerikaan lammiilee Raashiyaa doonii to'atamte keessa jiraniif ''eegumsa ga'aa fi qabiinsa dhala namaaf malu'' akka taasistu gaafateera.

Dooniin boba'aa feetee Garba Atlaantiik irratti to'annoo US jala oolte alaabaa Raashiyaa kan ofirraa qabu ta'uu US ibsiteetti.

Raashiyaanis lammiileenshee doonii Marinera jedhamtu keessa jiraachuu ibsiteetti.

Mirga lammiilee kunneenii qixa sirriin eegamuu fi kabajamuu qaba jedhe Ministeerri dhimma alaa Raashiyaa.

Address

οΏ½ Oromia
Robe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when π’π¨πŸ-𝐎𝐦𝐞𝐫 𝐒𝐑𝐨𝐰 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share