Shambuu Online Shop

Shambuu Online Shop Shambuu Online Shop Marketing

Qabeenyi koo battala tokkotti daaraa ta'uun abdii koo dukkaneesse'-Shamarree biyya Arabaa kan qe'een maatii gubate Kutaa...
04/05/2022

Qabeenyi koo battala tokkotti daaraa ta'uun abdii koo dukkaneesse'-Shamarree biyya Arabaa kan qe'een maatii gubate Kutaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti manneen jiraattotaa fi qabeenyi, loltoota mootummaa dabalatee qaamolee hidhatanii socho’aniin gubataa jira.

Rakkoon akkasii Godinaalee Horroo Guduruu Wallaggaa fi Wallaaggaa Bahaatti akka heddummatu qondaaltoota mootummaafi jiraattoota dubbifnee gabaasuun keenya ni yaatama.

Biyya Dubaay kan jirtu shamarree Mastuu Mitikkuu qe’een maatiif ijaartee fi qabeenyi isheen biyyatti ergatte battala tokkotti jalaa gubamuun akka abdiishee dukkaneesse himte.

Godina Horroo Guduruu Aanaa Jimmaa Gannatii keessatti kan dhalatte shamarree Mastuu Mitikkuu, balaan kun maatiishee mudachu himti.

Imala godaansaa, kaayyoo ganamaa…
Maatii harka qalleeyyii keessatti waan dhalatteef akka hiriyootashee carraa argattee yerooshee daree barnootaatti dabarsuu hin dandeenye.

Wayita hiriyoonnishee dareetti carraa barnootaa dhandhaman isheen ammoo umurii ijoollummaan haala jiruu maatiishee dhiphatti.

Umuriishee waggaa 13tti gara biyya Arabaatti imaluuf kan murteessiteefis kanumaafi.

ittii fufii dubbisii.

https://chaffepresscom.wordpress.com/

1600 Birr Free Delivery 🚚🚚🚚We have fast delivery  transport 🚚🚚🚚 For order below πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡https://t.me/joinchat/mZWvUVdjDZFlN...
16/04/2022

1600 Birr

Free Delivery 🚚🚚🚚

We have fast delivery transport 🚚🚚🚚
For order below πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://t.me/joinchat/mZWvUVdjDZFlNzJk

We have fast delivery  transport 🚚🚚🚚 For order below πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡Couples Brand Cloths & Bracelet https://t.me/joinchat/mZWvUVdj...
16/04/2022

We have fast delivery transport 🚚🚚🚚
For order below πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Couples Brand Cloths & Bracelet

https://t.me/joinchat/mZWvUVdjDZFlNzJk

15/04/2022

Hello Uummata Naannoo Magaalaa Shambuu

Shambuu Online Shop Marketing Ajajaa keessanin Mana keessanitti isiini taajajiluuf Oomishale Brand ta'aan qabaate dhufaa jira.

15/04/2022

Hello
Hello πŸ‘‹πŸ‘‹πŸ‘‹

Shambuu Online Shop

Qaabso Dinaagdee
28/02/2021

Qaabso Dinaagdee

Address

Shambuu In Front Of Wabe Hotel
Shambu
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shambuu Online Shop posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Shambuu Online Shop:

Share