Dabbalwood Media

Website Contact the business

Dabbalwood Media page koo follow & YouTube Koo Subscribe godhaa maatii tahaa Link kanaan :;-
https://youtube.com/?si=8jV4lf7M31XanMG_
(4)

Part-1  bilbilaa barbaachisoo ta'an muraasa.
11/10/2026

Part-1
bilbilaa barbaachisoo ta'an muraasa.

 ‼️Raayyaan ittisa biyyaa Itiyoophiyaa buufata galaana   irraa km-45 qofa fagaate kan argamtu magaalaa istraateejii too'...
11/10/2026

‼️

Raayyaan ittisa biyyaa Itiyoophiyaa buufata galaana irraa km-45 qofa fagaate kan argamtu magaalaa istraateejii too'annoo isaa jala oolche jira!

Ayzo fuudhi miila🙏❤️

 ! 🇪🇹Raayyaan Ittisa Ethiopia Daangaa Ertiriyaa ca’uun Magaalaa ” (Dabasimaan “jedhamtu tan biyya Ertiriyaa keessatti ar...
11/10/2026

! 🇪🇹
Raayyaan Ittisa Ethiopia Daangaa Ertiriyaa ca’uun Magaalaa ” (Dabasimaan “jedhamtu tan biyya Ertiriyaa keessatti argamtu” guutummatti too’annoo isaa jala oolcheera.”Deemsi asab itti fufee jira!

Injifannoon Raayyaa ittisa biyyaatif!💪🏻🇪🇹
FDRE Defense Force - የኢፌዴሪ መከላከያ ሠራዊት

 !.Abbichuun guyyaa boruu namoota muudama ministeeraaf dhiyeessuu keessaa muraasni:1. Dr. Kaasahuun Goofee ministeera Ti...
07/10/2026

!.

Abbichuun guyyaa boruu namoota muudama ministeeraaf dhiyeessuu keessaa muraasni:

1. Dr. Kaasahuun Goofee ministeera Tiraanispoortiifi Loojistikii
2. Dr. Alamuu Simee Ministeera Misooma Magaalaa
3. Dr. Ergoogee Tasfaayee Ministeera Carraa Uumuu
4. Dr. Ballaxee Mollaa Ministeera Barnootaa
5. Obbo Malaakuu Allebal Miinisteera Galiiwwanii

Kan biroos akkuma arganneen sin beeksifna!

Today's Emotional photo
06/10/2026

Today's Emotional photo

  Kun Maal Dhugaa Jirti ?A, Shaa'i  B, Bishaan C,Aannan D,JuusiDabbalwood Media
06/10/2026

Kun Maal Dhugaa Jirti ?
A, Shaa'i B, Bishaan C,Aannan D,Juusi

Dabbalwood Media

02/10/2026

Irreechi Nagaa! Irreecha Milkii! Baga Geessanii!
እንኳን ለኢሬቻ ክብረ በዓል አደረሳችሁ!

  kana   waliif godhaa  Warri Kedirtti marsitanii oliif gad oofaa jirtan yoo sammuu qabaattan Abbaa Isaa kana gara Finfi...
01/10/2026

kana waliif godhaa

Warri Kedirtti marsitanii oliif gad oofaa jirtan yoo sammuu qabaattan Abbaa Isaa kana gara Finfinnee fidaatii Ilma isaa waliin haa bashannanu. Akkamitti hanga yoonaa hin yaadanne isin? obbo Yaadataan konkolaataa tokko ergee ykn Tikeetii kuchisiistaniifii yoo ol fiddan rakkoo maal qaba? Ere sammuutti deebi’aa. Homaa isin eegnee dhabne. Abbaan isaa silaa osoo inni hin dhufin Finfinneetti eeguu qaba ture bar””
Alex Taye galatoomi dhugaa

Address

Dire Dawa
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dabbalwood Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dabbalwood Media:

Shortcuts

Share