Tullu carcaar

  • Home
  • Tullu carcaar

Tullu carcaar CCHO (WKMH)

30/07/2022

BBC- Paartii keessatti marii keessootiif karri cufaadha jettan. Dhaaba keessatti waanni marii keessoo cufe maali?

Obbo Taayyee- Qabsoo yoo waliin gootu dhugumatti mariin keessoo nibarbaachisa. Garuu murni Oromiyaatti aangorra jiru kun mariin akka godhamu hin barbaadu. Mariidhaaf karri cufaadha.

BBC- Qabsoo amma itti jirtan kanaan yaaddoo nageenyaa akka qabdan ibsaa turtan, wanni isin yaaddessu maali?

Obbo Taayyee- Amma gareen ‘Ati dubbattee beekkadhu, sirashanna, rashanamuu malte, adda adda keessa isin rukunna’ jedhee ifatti kan dubbatu sodaachisoon ni jira. Ajjeechaa Komishiner Salamoon Taaddasaa, Nageenya Oromiyaa keessaa, caasaa mootummaa fayyadamuun malaammaltummaa gaggeeffamuu fi kaan irratti turtiin taasisan kunooti. 👉👉 https://bbc.in/3vqC8ev

30/07/2022

I never thought of fighting poverty and disease as decreasing “world suck” and increasing awesome, but during our trip to Africa, John Green convinced me that it’s as good a description as any other. I’ve long admired his courage to ask tough questions and answer them in a way that is direct and entertaining. John’s new project, working to support maternal health, is worth checking out: https://b-gat.es/3OAYmkM

04/09/2021

Jall gollichaa coming soon from oromiyaa follow as this is breaking news regarding of conflict ethiopia and junta

07/03/2021
Filannoon nu dhiibee waan jiruuf nutiis .........godhachuuf bizii taane
07/03/2021

Filannoon nu dhiibee waan jiruuf nutiis .........godhachuuf bizii taane

27/01/2021

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tullu carcaar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Advertising & Marketing Company?

Share