Madawalabu Media

  • Home
  • Madawalabu Media

Madawalabu Media Freemdeia.news.blog

https://www.youtube.com/
Madda Walaabu Media is a media organization dedicated to amplifying the voices of the Oromo
community around the world and promoting cultural awareness and education.

18/09/2026

Sirbaa Ibidoo Galaan link comment jalatti jira jabbeessa

Oromia football federation
18/09/2026

Oromia football federation

18/09/2026

Mame Tesla Lalisaa Indiris Adam Ijoollee Baalee Robe City Communication Office Amin Shubise Asanti Aschu Culetii Intala Booranaa Bilusuma W Hawii Koo Moha Oromo Oromo Xayyibaa Aadam Lediya K Jarso

Magaalaan Baalee Roobee Koridari Marsaan 2ffaa Xumurameera.
18/09/2026

Magaalaan Baalee Roobee Koridari Marsaan 2ffaa Xumurameera.

Mame Tesla
17/09/2026

Mame Tesla

🎙️ KEESSUMMAA ADDAA | GAZZEXEESSAA AMIIN SHUBBISEMadda Walabu Med...

🔴 HAR’A GALGALA — TURTII ADDAA MAMEE TESLAA WAJJIN!Mamee dargaggeessa kalaqa ajaa’ibaa qabuudha. Inni meeshaalee caccaba...
17/09/2026

🔴 HAR’A GALGALA — TURTII ADDAA MAMEE TESLAA WAJJIN!

Mamee dargaggeessa kalaqa ajaa’ibaa qabuudha. Inni meeshaalee caccabaa naannoo isaatti argaman walitti qabuun konkolaataa “Tesla” jedhamu hojjetee jira.

Gareen Madda Walabu Media iddoo hojii isaa dhaqee, waa’ee kalaqa isaa, rakkoolee isa mudatanii fi karoora fuulduraa irratti turtii addaa taasiseera.

📺 Turtiin kun har’a galgala sa’aatii 7:30 PM — akka lakkoofsa sa’aatii Itoophiyaatti halkan sa’aatii 1:30 — YouTube Channel Madda Walabu Media irratti kallattiin darba.

👉 Chaanaalii keenya Subscribe godhaa; saganticha hiriyoota keessaniif qoodaa!

Madda Walabu Media — Sagalee Dhalootaa

17/09/2026

Gazzixeessaa Amin Shubise Part 7

17/09/2026

Gazzixeessaa Amin Shubise Part 6

17/09/2026

Gazzixeessaa Amin Shubise Part 5

17/09/2026

Gazzixeessaa Amin Shubise Part 4

Address

Myezaroad

7975

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Madawalabu Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Advertising & Marketing Company?

Share