18/11/2025
# oduu simbirtu
Pirezidantii Majalisa Federaalaa Itoophiyaa yeroo amma Ministerri barnoota Biraanuu Naggaa heera biyyattiin hala dhiibbaa barattoota Muslimaa irratti godhan hatattamaan akka dhaaban yeroo dumaaf gaafanna jadhan!!
Biraanuu Naggaa seera biyyattii ala mirga barattoota akka sarbaa jiru hunduu irratti dammaqaa jira!!! Yeroo murteessaa keessatti itti cabsitan Pirezidantii Majalisa federaalaa Itoophiyaa Sheek Hajjii Ibraahiim Tufaa!!
Itti Muddi!💚💪💪