Oromiyaa Harmee Harma Aayyaa

Oromiyaa Harmee Harma Aayyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromiyaa Harmee Harma Aayyaa, Marketing Agency, Adama, Ethiopia�, Adama.

A Map of the Approximate Historical Distribution of Semitic Languages. 📷: Rafy
15/09/2023

A Map of the Approximate Historical Distribution of Semitic Languages.

📷: Rafy

Qaam'ee 3/15Adaamaa, K/M Boolee"Sirni Kabaja Goobee fi Shinooyyee"Dargaggootaafi Dubartootaan B/K/M Booleetti Haala kana...
08/09/2023

Qaam'ee 3/15
Adaamaa, K/M Boolee

"Sirni Kabaja Goobee fi Shinooyyee"
Dargaggootaafi Dubartootaan B/K/M Booleetti Haala kanaan kabajamaa oole!

Hoo... yaa birraa
Birraan Bariite
Farda biti yaa gootaa!!
..Jechaa jira Dargaggeessi.

💐🌻⚘️🌻🌹⚘️🍀⚘️🌹🌻💐
Baga jala bultii Waggaa haaraan isin ga'e🙏
💚💛💨💚💛💦🤝👏🫂
Barri haaraan 2016,
🫴Bara nagaa, kan gammachuuf milkaa'inaa
🤝Kan quufaa fi Badhaadhinaa isiniif haa ta'u!

Horaa Bulaa!

Hagayya 16/2015❤🧡💛💚💙💜🤎🖤🤍     keenya, hooggansa jijjiiramaa fakkeenyummaa gaari qaban, Akkasumas, hooggansa Jaarmiya  fi ...
22/08/2023

Hagayya 16/2015
❤🧡💛💚💙💜🤎🖤🤍



keenya, hooggansa jijjiiramaa fakkeenyummaa gaari qaban, Akkasumas, hooggansa Jaarmiya
fi

Hojii gaariin hojjetamee jira!!

Address

Adama, Ethiopia�
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromiyaa Harmee Harma Aayyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share