23/11/2023
Wayyoo lubbuu koo osso
Waliin galmaa guddaa
Genyaa jedhee yaddee Turee
Garuu gadheen addan nuu bastee
Mal godhuu ree ati anaf iccitii kotii bar biyyon galabamitii Wal irra hin
Xaraganii Rabbiin jantaan sii haa
Gamachesuu kaa lubbuu koo