Jaalalaa fi Gammachuu

Jaalalaa fi Gammachuu toorri kun dhandhama jireenya fedhii foonii fi gochoota achi keessaa isin barsiisa.nuhordofaa

Gamoon hardha ijaarru boru ni moofa. Daandiin hardha ijaarru boru ni caccaba. Hojiin bara baraan hin moofne kan hin cacc...
02/09/2026

Gamoon hardha ijaarru boru ni moofa. Daandiin hardha ijaarru boru ni caccaba. Hojiin bara baraan hin moofne kan hin caccabne hojii dhaloota barsiisuti !

Hidha Haaromsi Guddichi  Mallattoo Bilisummaa Itoophiyaanootati!Muummeen Ministeera Itoophiyaa Dr Abiy Ahimad  rakkoo ke...
26/08/2026

Hidha Haaromsi Guddichi Mallattoo Bilisummaa Itoophiyaanootati!

Muummeen Ministeera Itoophiyaa Dr Abiy Ahimad rakkoo keessaaf alaa biyya keenya diiguuf aggamamee carraa misoomaatti jijjiiruu fi dhagaa darbatame hunda funaanuu pirojektii xumursiisuun injifannoo ADWAA 2ffaa madaalu galmeessisan keessa Hidha Haaroomsi Guddicha Itoophiyaa isaa ijoodha.

Hidhichi faajii injifannoofi bilisummaa Ummata gurraacha hundaati. Iccitiin injifannoofi danda'uu Itoophiyaa agarsisuu waloomaafi tokkummaa sabaafi sablammoonni humna, qabeenyaafi beekumsa isaaniin Hidha Haaromsaa xumursiisuun maqaa biyya keenya olkaasuun addunyaarratti mul'isan keessatti calaqqisee mul'ata.

Kutannoofi cichoominni Abbichuu Hidha Haaromsa guddicha Itoophiyaa Abdii dhaloota boruufi annisaa badhaadhinaa ijaaruun Itoophiyaa addunyaafi Afriikaannoonni itti inaafaan ijaaruun danda'ameera.

Ejjennoo   yeroo kamuu caalaa, dhimma Finfinnee irratti ajaa'ibsiifadheera.
25/08/2026

Ejjennoo yeroo kamuu caalaa, dhimma Finfinnee irratti ajaa'ibsiifadheera.

 ‼️Murni jaarrolee TPLF magaalota Naannoo Amaaraa hunda qaxana ookkaraa taasisuuf meeshaalee waraana karaa seeran alaati...
14/08/2026

‼️

Murni jaarrolee TPLF magaalota Naannoo Amaaraa hunda qaxana ookkaraa taasisuuf meeshaalee waraana karaa seeran alaatin galchaa akka jiran bira gahamuun ibsame!

Naannicha qaxanaa waraana taasisuuf keessumaa magaalota keessa lolli akka eegalu gochuuf halkanii fi guyyaa karoora shiraa baase garichi hojjataa akka ture bira gahameera.

Sababa kanaaf qaamoleen nageenya naannichaa fi ummanni qindoominaan shira kana saaxiluuf tokkummaan hojiin hojjachuu eegalan gaarii ta'us, humna naannichaa qofatti dhiisun garuu balaaf naannicha saaxiluu waan danda'uuf amummarraa sochii kana dhabamsiisuf tumsi godhamuu qaba.

Mootummaan federaala toofta TPLF dirree waraana naannoo Amaaraa gochuuf deemu kana irratti xiyyeeffachuun garichaaf ajandaa addaa biroo naannoo isaanii keessatti kennuufi akka qabus siyaastonni biyya ofii jaalatan yaada bahaa jiru.

Jaarroleef ajandaa kennuu malee ajandaa isaanii fashaleessa oolun tagabii miti.

Kanaaf humna badiif deemuf ajandaa kenninee gamnummaan irratti hojjachuun milkii siyaasa ta'uu hubannee kanarratti xiyyeeffachuun hojjachuun barbaachisaadha.

Abiy Ahmed Ali

Barreessaan Mana Maree Nageenya Biyyaalessaa  Iraan hanga US Libaanos fi Ga*💔zaa keessatti dhukaasa dhaabuuf walii galtu...
12/08/2026

Barreessaan Mana Maree Nageenya Biyyaalessaa Iraan hanga US Libaanos fi Ga*💔zaa keessatti dhukaasa dhaabuuf walii galtutti Strait of Hormuz akka hin banamne ibsaniiru.

Ameerikaan waraanaa fi uggura xumurtee qabeenya isaanii qabames hanga gadhiistutti Strait of Hormuz hin banamu jedhaniiru.

መረዋ¹ ❗️ ******ኢትዮጵያን ለማተራመስ በማቀድ ግብጽ የላከችውን፣ ሻዕቢያ ያሻገረውን፣ ህወሓት ያደረሰውን የጦር መሳሪያ በትናንትናው እለት ምሽት የተከፋፈሉና አዳራቸውን መረዋ ትምህርት ...
10/08/2026

መረዋ¹ ❗️
******
ኢትዮጵያን ለማተራመስ በማቀድ ግብጽ የላከችውን፣ ሻዕቢያ ያሻገረውን፣ ህወሓት ያደረሰውን የጦር መሳሪያ በትናንትናው እለት ምሽት የተከፋፈሉና አዳራቸውን መረዋ ትምህርት ቤት ያደረጉ በዋናነት የፅንፈኛው ፋኖ ከፍተኛ አመራሮች ዛሬ ንጋት በሰማዩ ባለቤት በላይነሽ አመዴ ደማቅ አሸኛኘት ተደርጎላቸዋል።

ዝርዝሩን የጽንፈኛው ልሳኖች በደምብ ይነግሯችኋል።
___
በቀጣይ ዝርዝር መረጃ ይኖረናል!...

🚨  : Haleellaa Tehran irratti raawwatame booda Kuusaan boba'aan Israa'el amma gubachaa jira.  Yeroo kanatti tarkaanfii I...
10/08/2026

🚨 : Haleellaa Tehran irratti raawwatame booda Kuusaan boba'aan Israa'el amma gubachaa jira. Yeroo kanatti tarkaanfii Israa’elii fi Ameerikaan Iraan irratti fudhatan hundaaf Iraan sa’aatii 24 keessatti qabxii Bakkeewwan Ijoo tahan irratti bifa haaraan Israa'eel irratti haleellaa deebiftee banuuf yeroo ammaa karaa miidiyaalee isaaniitiin ibsa godhaa jirti

🇮🇷🔥🇮🇱🇺🇸waraanni Isa duraa caalaa gara hundaayyuu akkaan jabaafi rifachiisaatti deemaa jiru.


 ‼️Raayyaa keessatti ergama garee   fudhachuun dargaggoota raayyaa irratti reebicha,ajj-ee*chaa fi rakkoolee hedduu raaw...
10/08/2026

‼️

Raayyaa keessatti ergama garee fudhachuun dargaggoota raayyaa irratti reebicha,ajj-ee*chaa fi rakkoolee hedduu raawwachaa kan ture kutaa waraana 26 haleellaa diroonii isaan irratti fudhatameen biyyootti dabalamaniiru.

Mootummaan Itoophiyaa fi TPLF lola dabalataaf qophaa’aa jiran jedhame.Mootummaan Itoophiyaa fi humnoonni TPLF lola dabal...
06/08/2026

Mootummaan Itoophiyaa fi TPLF lola dabalataaf qophaa’aa jiran jedhame.

Mootummaan Itoophiyaa fi humnoonni TPLF lola dabalataaf qophii isaanii itti fufuu isaanii maddoonni garaagaraa ibsaniiru. Dhaabbanni Nageenyaa Awurooppaa odeeffannoo karaa qunnamtii fi maddoota biroo wabeeffachuun akka gabaasetti, hariiroon Finfinnee fi Maqalee gidduu jiru caalaatti hammaachaa jira.

Akka gabaasichatti, sochiin waraanaa gareewwan lameenii lola biraa kaasuu danda’a jechuun yaaddoo guddaa uumeera. Dhaabbatichi garaagarummaa isaanii karaa nagaa, hunda hammatee fi marii ijaarsa qabuun akka hiikan waamicha dhiyeesseera.

Dhugaa-baatonni ijaan argan akka jedhanitti, humni Tigray jedhamu loltoota hedduu gara Tigray Lixaa bobbaasaa jira. Akkasumas, daangaa Tigray naannolee Affaar fi Amaaraa waliin wal daangessu irratti dallaa waraanaa qotachaa jiraachuu isaanii ibsaniiru.

Gama biraatiin, Raayyaan Ittisaa Itoophiyaa naannolee Amaaraa fi Affaar keessatti sochii waraanaa guddaa gaggeessaa jiraachuu dhugaa-baatonni ijaan argan dubbataniiru.

Odeeffannoo naannoo Affaar irraa argameen, zoonii afur keessatti aanaalee fi gandoota garaagaraa keessatti loltoonni dabalataa qubatan jiru. Jiraattonni maqaa aanaalee fi gandoota isaanii eeruun akka himanitti, loltoota bakka gara bakkaatti sochoosuu fi humna dabalataa qubachiisuun hanga kaleessa galgalaatti itti fufee ture.

 ‼️Obbo Hayilamaariyaam Dessaleny Boshe, Dura Taa'aa Boordii CGIAR isa jalqabaa ta'uun Muudamanii Jiru!
06/08/2026

‼️

Obbo Hayilamaariyaam Dessaleny Boshe, Dura Taa'aa Boordii CGIAR isa jalqabaa ta'uun Muudamanii Jiru!

Address

Adama
04

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaalalaa fi Gammachuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jaalalaa fi Gammachuu:

Shortcuts

Share