Walabu Global Media

Walabu Global Media People services media.

Bakki kun eessa ? Tilmaami. Abiy Ahmed Ali BBC News Afaan Oromoo Facebook Ahmad Jiloo
18/05/2026

Bakki kun eessa ? Tilmaami.
Abiy Ahmed Ali BBC News Afaan Oromoo Facebook Ahmad Jiloo

17/05/2026

HAGA FEETE XIYYAA FI HAXXIYYAA TEETULLE QEEQAA FI MORMII JALAA HIN BAATU!
Nama tokkoon wol isin barsiinya. Namni isin suuraa isaa dhagartan kun Mustafa Kemal jedhama. Maqaa jaalalaa Atatürk (abbaa Turkii) "father of Turkey" jedhamuun waamama. Bara 1923 - 1938 woggoota 15f pirezdaantii Turkii ta’ee bulche. Maqaan kun jirjiirama inni bara biyya bulchaa ture fide irratti hundaawuudhaan kennameef. Rifoormii ciccimoo akka bulchiinsa biyyaa amantaarraa adda baasuu (secularism) fi tarkaaffii biyya ammayyeessuu (modernization) fi siyaasaa fi aadaa hawaasa Turk jirjiire. Turk keessatti legacy isaa baayyee kabajamaa fi jaallatamaa dha. Biyyi Turkey haga ammaatti kallattii fi imaammata inni boce irra deemaa jirti.

Biyyittii ammayyeessuu keessatti jirjiirama guddaa galmeessee, bu’aa guguddaa buusulle qeeqa jalaa hin baane. Bara angoo irra ture mormii guddattu isa qunname. Abbootiin amantaa worra isa morme keessaa adda-duree dha. aada’aan bulu (traditionalists) kan kabajamuu mirga dubartootaa fi gosoota miicamoo mormu, fi cichitoonni jirjiirama hin fudhanne sagantaa Atatürk kan amantii fi siyaasa adda baasuu fi kan biroolle mormaa turan. Worri dhibiin ammoo jiddu-galeessummaa angoo (centralization of power) kaan dhaaba Republican People's Party (CHP) inni dhaabe harka gale mormaa turan.

Biyyi Turki ta amma guddattee sadarkaa biyyoota Europe irra geetteef sababa isaa akka teete kolbaan Turkiitii fi addunyaan marti itti waliif galti. Nuutilleen drone irraa bitannaa motii? Worri molaawelle achi dhaqee rifeensa lachisiifata.
Voice for Peace

Dhugaa Media Nagessa Oddo Dube BBC News Afaan Oromoo Facebook Ahmad Jiloo Abiy Ahmed Ali
17/05/2026

Dhugaa Media Nagessa Oddo Dube BBC News Afaan Oromoo Facebook Ahmad Jiloo Abiy Ahmed Ali

Warshaan xaa'oo Goodee yeroo gabaabaa keessatti kan xumuramu yoo ta'u, rakkoolee ijoo Itiyoophiyaa keessaa tokko kan hiiku ta'a - Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 Voice for Peace –Warshaan xaa'oo Goodee yeroo gabaabaa keessatti kan xumuramu yoo ta'u, rakkoolee ijoo Itiyoophiyaa keessaa tokko kan hiiku ta'a jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Dooktar Abiy Ahimad Aliikoo Daangootee waliin ta'uun haala adeemsa Ijaarsa Warshaa xaa'oo Goodee daawwataniiru.

Warshaan kun waggaan xaa'oo Yuuriyaa Meetirik Toonii miiliyoona 3 oomishuu danda'a.

Ijaarsa Warshaa kana baatiwwan 40 keessatti xumuruuf ummataaf waadaa gallee turre jedhan Dooktar Abiy Ahimad.

Xaa'oo fi boba'aan addunyaarratti daran barbaadamaa dhufuu hordofee yeroo jedhamee asitti xumuruuf Daangootee waliin mari'achaa turuu ibsan.

Kanaanis baatiwwan 40 dura ijaarsa xumuruun oomisha gabaa biyya keessaa fi alaaf dhiyeessuuf waliigalleerra jedhan.

Hojiin kun saffisaan kan xumuramu ta’uu fi baatiiwwan 4 booda kan deebinu ta’a jechuun eeran. Yeroo deebinu ijaarsi mana jireenyaa namoota kuma 5 naannoo sana jiraataniif ta'u ni xumurama.

Ijaarsi Warshaa xaa'oo kun yeroo gabaabaa keessatti kan xumuramu yoo ta'u, rakkoolee ijoo Itiyoophiyaa keessaa tokko kan hiiku ta'a jedhan.

Nyaataan of danda'uun ajaandaa ijoodha kan jedhan Dooktar Abiy, nyaataan of danda'uuf lafti, bishaanii fi namni barbaachisaa ta'uu ibsan.

17/05/2026

Dhugaa Media midia kessan gudifadha.

Dhugaa Media Facebook
09/05/2026

Dhugaa Media Facebook

If you're curious about how different legal systems regulate contracts, this piece offers a concise comparison between Ethiopian and US contract law.

09/05/2026

If you're curious about how different legal systems regulate contracts, this piece offers a concise comparison between Ethiopian and US contract law.

Address

Addis Ababa
04

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walabu Global Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share