Giddugala Gabaa IJO ኢጂኦ የገበያ ማዕከል IJO Business Center

Giddugala Gabaa IJO ኢጂኦ የገበያ ማዕከል IJO Business Center Taajaajilli nuti kenninu Bitaa fi Gurguraa wolitti fiduu, Dhimma kamiiniyyuu bakka bu'iinsa raawwachiisuu fi kkf.

02/08/2025


Mana baayyee bareedaa gurgurtaaf dhiyaate.

Bakki Bulchiinsa Magaalaa K/M/ Aanaa Ejersa Gooroo daangaa Finfinnee fi Buraayyuu irra naannoo Askoo Addis Safar jedhamu:-
G+1Kaaree 206 Kaartaa Dijitaalaan
Gatiin Miliyoona 12 yoo jedhamu hanga miliyoona 10tti ni xumurama.

#አስቸኳይ
እጂግ በጣም የምያምር ለሽያጭ የቀረበ የመኖሪያ ቤት
ቦታዉ #ሸገር ከተማ #ቡራዩ ክ/ከተማ ኤጄርሰ ጎሮ ወረዳ፣የአዲስ አበባና ሸገር ድምበር ላይ አስኮ አዲሰ ሰፈር አቅራቢያ።
G+1 206 ካሬ ዱጂታል ካርታ አለዉ።
ዋጋ 12ሚልዮን የምባል ስሆን እስከ 10ሚልዮን ያልቃል።

ፈላጊ በ
+251937463754
+251962123718
+251703194037 በቀጥታና በWhatsp, በTelegram ልታናግሩን ትችላላችሁ።

Odeeffannoo dabalataaf liinkii armaan gadii gadi tuquun chaanaalii Telegram keenya daaw'adhaa.
ለበለጠ መረጃ ከዚህ በታች ያለዉን ሊንክ በመጫን የTelegram ቻናላችንን ይጎብኙ።
https://t.me/IJOBusinessCenter/160?single

 Namoota rifeensi keenya haphatee yeroo malee gara moluutti nurraa deemaa jiruu fi akkasumas dubartoota rifeensi keessan...
26/12/2022


Namoota rifeensi keenya haphatee yeroo malee gara moluutti nurraa deemaa jiruu fi akkasumas dubartoota rifeensi keessan isin jala caccabuun isin rakkisaa jirtan maraaf. Yeroo ammaa kanatti dibata wantoota uumamaa qofa irraa hojjetame kan keemikaala kamirraayyuu bilisa ta'e tasuma dhiibbaa maddii(Side effect) hin qabne jedhamuun beekamu isinii qabannee dhiyaanneerra.
Kanaafuu namootni akka kiyya rakkina akkasii keessa jirtan karaa toora bilbiloota armaan gadiitiin nuu bilbilaa. Bakka isin jirtanutti isinii ni dhiyeessina. 0937463754 fi 0946757241 nuu bilbilaa.

ComnectADSL wifi RouterModel:DS124WSHW Ver v1.0Input:12v_500mASSID:DS124WSWifi key:P5eu4NR4Used like new only four month...
08/12/2022

Comnect
ADSL wifi Router
Model:DS124WS
HW Ver v1.0
Input:12v_500mA
SSID:DS124WS
Wifi key:P5eu4NR4

Used like new only four months used
Price 1300 little negotiable

For more information join our telegram channel Giddu Gala Gabaa IJO ኢጂኦ የገበያ ማዕከል IJO Business Center
https://t.me/IJOBusinessCenter

Mana jireenyaa,Kaare-meetira 320 irra jiru. Bakki B/M/Buraayyuu bakka addaa Y/Riiftvaalii duuba. Gatiin   jedhama.
31/10/2022

Mana jireenyaa,Kaare-meetira 320 irra jiru. Bakki B/M/Buraayyuu bakka addaa Y/Riiftvaalii duuba. Gatiin jedhama.

     >> Kaaree 227 kaartaa kan qabu    >> Mana ciisichaa 4    >> Saaloonii 1    >> Mana dhiqannaa 3  >> Kichinii 1 fi ki...
20/10/2022


>> Kaaree 227 kaartaa kan qabu
>> Mana ciisichaa 4
>> Saaloonii 1
>> Mana dhiqannaa 3
>> Kichinii 1 fi kichin kaabineetii guutuu woliin
>> Alam ganaa
>> Gatiin miliyoona 7.5 jedhama. gatiin dhoofsisa ni qaba waan ta'eef karaa keessaa ykn inbox fi lakkoofsa 0937463754 irratti kallattiin,Telegram,whatsp,Viber fi Imo dhaan nu dubbisaa. Dabalataanis link kanaan https://t.me/IJOBusinessCenter chaanaalii telelegram keenya daaw'adhaa.

     >> Kaaree 200 kaartaa kan qabu    >> Mana ciisichaa 4    >> Saaloonii 1    >> Mana dhiqannaa 3  >> Kichinii 1 fi ki...
20/10/2022


>> Kaaree 200 kaartaa kan qabu
>> Mana ciisichaa 4
>> Saaloonii 1
>> Mana dhiqannaa 3
>> Kichinii 1 fi kichin kaabineetii guutuu woliin
>> Alam ganaa
>> Gatiin miliyoona 6.5 jedhama. gatiin dhoofsisa ni qaba waan ta'eef karaa keessaa ykn inbox fi lakkoofsa 0937463754 irratti kallattiin,Telegram,whatsp,Viber fi Imo dhaan nu dubbisaa. Dabalataanis link kanaan https://t.me/IJOBusinessCenter chaanaalii telelegram keenya daaw'adhaa.

     >> G+2 Kaaree 175 kaartaa kan qabu    >> Mana ciisichaa 7    >> Saaloonii 2    >> Mana dhiqannaa 5  >> Kichinii 2 f...
20/10/2022


>> G+2 Kaaree 175 kaartaa kan qabu
>> Mana ciisichaa 7
>> Saaloonii 2
>> Mana dhiqannaa 5
>> Kichinii 2 fi kichin kaabineetii guutuu woliin.
>> Alam ganaa naannoo M/Barumsaa Nuur
>> Gatiin miliyoona 11 jedhama. gatiin dhoofsisa ni qaba waan ta'eef karaa keessaa ykn inbox fi lakkoofsa 0937463754 irratti kallattiin,Telegram,whatsp,Viber fi Imo dhaan nu dubbisaa. Dabalataanis link kanaan https://t.me/IJOBusinessCenter chaanaalii telelegram keenya daaw'adhaa.

17/10/2022

:-

600
200
1
3
ji'aan qarshii 60,000tti kireeffamu kan qabu. Bal'inni woliigalaa kan ta'e gatiin ka'umsaa 60,000 jedhama. Haa ta'u malee gatiin woliigalteen ni sirreeffama.
Bakki ganda ti. Karaa keessaa fi teessoo keenya viidiyocharra jiruun nk quunnamaa.

10/10/2022
19/09/2022
Mana gurgurtaaf dhiyaate:-Bakki GAO Bulchiinsa magaalaa Buraayyuu naannoo  Bal'inni Kaaree 200Bishaanii fi Ibsaa ni qaba...
19/09/2022

Mana gurgurtaaf dhiyaate:-
Bakki GAO Bulchiinsa magaalaa Buraayyuu naannoo
Bal'inni Kaaree 200
Bishaanii fi Ibsaa ni qaba
Kaartaan adeemsa irra jira
Gatiin 6.5 jedhama.
Dhoofsisa ni qaba. Nuu bilbilaa 0937463754

Address

Addis Ababa

Telephone

+251937463754

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Giddugala Gabaa IJO ኢጂኦ የገበያ ማዕከል IJO Business Center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Giddugala Gabaa IJO ኢጂኦ የገበያ ማዕከል IJO Business Center:

Share