Sanyii Solomoon Alamaayyoo, Hojii maxxansaafi beeksisaa

Sanyii Solomoon Alamaayyoo, Hojii maxxansaafi beeksisaa Hojii maxxansaa kanneen akka barruulee eebbaa, baanerii, istiikarii,meeshii, finjaalaafi saaniirrat

30/07/2023
03/04/2023
09/03/2022

We have progressed in printing works not by loan but by our effort and by the help of God.
Thanks to God that he helped as so far. Next to God our esteemed customers.
Come again, we serve you more than previous and satisfy your needs.
Solomon Alemayehu Gutema (G/Manager)

23/02/2022

Manni Maxxansaa keenya Naqamteetti banamuuf qophii xumureera

30/01/2021

Amma manni keenya mana maxxansaa Sanyii jedhama. Lammiirraa jijjiirranneerra. Kottaa nudaawwadhaa

10/11/2020

Finfinnee Boolee Aanaa 7 bakka addaa Jaakiroos jedhamutti argamna. Amma Sanyiitti geeddarreerra, nudaawwadhaa

27/08/2020

Maxxansa ID pvc, maxxansa maagii (siiniirraa)fi kan biroos qulqullinaafi yeroon qaqqabsiisuufi gatii madaalawaan. Kottaa waliikeenya guddisuu keessaa hirmaadhaa. Qooda Oromoon Finfinneerraa qabu hojiin agarsiifnaa

Manni Maxxansaa kanaan dura Lammiin beekamu amma maqaa Sanyii jedhuun qixxeerraa bahee of danda'ee hojjechuu eegalee jir...
19/01/2020

Manni Maxxansaa kanaan dura Lammiin beekamu amma maqaa Sanyii jedhuun qixxeerraa bahee of danda'ee hojjechuu eegalee jira. Oromoof waan ta'u mara hojjechuuf boodatti hin deebinu. Sababni isaa Oromummaan dhiiga koo keessa waan jiruuf. Isinis hundinuu kottaa waan keenya waliin guddifannaa. Anaaf isin hundumtuu kan kooti, KFO, ABO, PB, kan biraanis kan Oromoo bakka buutan hundinuu. Harreen wal dhiitti malee ilkaan walittii hinfixxu jedha Oromoon. Tessoon keenya: Finfinnee naannoo Jaakiroos, Karaa Eerar Baankii Wagaagen cinaadha. Bilbila: 0967547478, 0917840531, 0925824659. Nuuf bilbilaa, nu ajajaa! Keessumsiisa gaariidhaam waliin

Kottaa jerana Finfinnee keessatti hojii dinagdee Oromoon walmadaalu hojjennaa. Namni waamicha kana dhageessan bilbila ar...
29/11/2019

Kottaa jerana Finfinnee keessatti hojii dinagdee Oromoon walmadaalu hojjennaa. Namni waamicha kana dhageessan bilbila armaan gadiin naabilbilaa.
0967547478

Address

Addis Ababa
KARRAERAR

Telephone

+251967547478

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sanyii Solomoon Alamaayyoo, Hojii maxxansaafi beeksisaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Sanyii Solomoon Alamaayyoo, Hojii maxxansaafi beeksisaa:

Share