Gibee Multimedia

Gibee Multimedia GMM(Gibee Multimedia)

SEERAAAN SEERA GAAFANNAMootummaa biyya hogganu ta'ulleen yoo badii raawwate yakkamaa ta'uu Addunyaa danda'u keessatti of...
05/04/2024

SEERAAAN SEERA GAAFANNA

Mootummaa biyya hogganu ta'ulleen yoo badii raawwate yakkamaa ta'uu Addunyaa danda'u keessatti ofiin-bulli kayyoo dhalatteefi maalif akka jiraattu hin beekne gadheen Afaan buletti nyaattu Amantaa Biliyoonotni hordofan mitii mirga nama dhuunfaa tokkotti daangaa darbuunuu yakka.

Ergamaa Rabbii"NABI MUHAMMAD"s.a.w dhuunfaatti jibbuun mirga isaanii ta'ee osoo jiruu ergamaa rabbii Biliyoonotni daandii isaa hordofanii jiruu biyya lamaaf milkii fedhan kanatti qaamni fedhe jecha fedheen tuquun qaama badii raawwate sana qofa osoo hin taane gaaga'ama guddaa akka biyyaatti qabaachuu waan maluuf Mootummaan qaamota yakka guddaa kana keessaa shoora qabaniifii ergama qaban hordofee adabbii barsiisoo ta'e hin fudhatu yoo ta'e balaan uumamu hammaata ta'a.

Eeyyeen ''Musliimni ergamaa rabbiitii tuqamuu ilaalaa lubbuu isaa qusatu akka hin jirrelleen nuuf beekaa''

Fidaaka Abii Wa Ummii yaa rasuulallaah''s.a.w

BAGA BAATII RAMADAANAAN ISIN GAHERamadaanni bara Hijraa 1445(2024) Wiixata boruu 1 jedhee akka eegalu Manni Murtii Olaan...
10/03/2024

BAGA BAATII RAMADAANAAN ISIN GAHE

Ramadaanni bara Hijraa 1445(2024) Wiixata boruu 1 jedhee akka eegalu Manni Murtii Olaanaan Sa'udi Arabiyaa beeksise.

Manni Murtichaa akka beeksisetti Dilbata galgala addeessi Naannolee Al-Hariq fi Sudayrii akkuma sana United Arab Emirates fi Qatar keessatti waan mul'ateef guyyaa boruu akka Ramadaanni eegalu beeksisee jira.

Hawaasni Muslimaa Idil-Addunyaa keessatti argamtan maraaf baatiin kun baatii milkii fi dhiifama rabbi biraa argattan isiniif nuuf haa ta'uun hawwii keenya.

Gibee Multimedia

Bunni Dhadhaa naannoo keessanitti yeroo akkamii dhihaata? Dhugdee hoo  beektaa?
09/03/2024

Bunni Dhadhaa naannoo keessanitti yeroo akkamii dhihaata?
Dhugdee hoo beektaa?

09/03/2024

Oduu Ispoortii

Hordoftoota keenya kabajamoo baga nagaan maatii page keenyaa taatan jechaa, sagantaan keenya idileen hanga eegalutti "Pa...
08/03/2024

Hordoftoota keenya kabajamoo baga nagaan maatii page keenyaa taatan jechaa, sagantaan keenya idileen hanga eegalutti "Page" kana hiriyoottan keessaniifilleen hiruun(share)gochuun nu gargaaraa.

Miseensa keenya taatanii kanneen nu waliin hojjechuu feetaniifilleen balballi keenya banaadha.

Galatoomaa🥰🙏
Gibee Multimedia

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Telephone

+251917597289

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gibee Multimedia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share