17/10/2025
Dooktar Abiy Ahimad Godina Baaleetti Loojii Diinshoo daaw'atan.
****
Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoo hoggantoota ol'aanoo mootummaa biroo waliin taβuun godina Baaleetti Loojii Diinshoo Paarkii Biyyoolessaa Gaarreewwan Baalee keessatti ijaaramaa jiruu fi naannoo isaa akkasumas lafa margaa Geessee daaw'ataniiru.