Lootii Gadaa Media

Lootii Gadaa Media Every things is past it get to grow if work hard

https://www.youtube.com/Yutube ko subscribe naaf godhaNamoonni yutube ko subscribe gootan Galatoom!!!Oromoon Booranaa fi...
27/03/2025

https://www.youtube.com/

Yutube ko subscribe naaf godha

Namoonni yutube ko subscribe gootan
Galatoom!!!

Oromoon Booranaa fi Bareentuu dha
Hiddi isas tokkoo.

Media of every day activities in the world specifically in Ethiopia

Universitiin Amboo Caamsaa 12 hanga 13 ,2014 galmee egalee jiraa barattoota 12 qabxii seensaa universitii argatanii qorm...
11/05/2022

Universitiin Amboo Caamsaa 12 hanga 13 ,2014 galmee egalee jiraa barattoota 12 qabxii seensaa universitii argatanii qormaata biyyoolessaa bara 2013 qormaann akka gamana beeksise jiraa

"Suure udduu irraan dhumtee udduun qubaa qabduu "Jeedhanitu mammaku abbootiin keenyaa
06/05/2022

"Suure udduu irraan dhumtee udduun qubaa qabduu "
Jeedhanitu mammaku abbootiin keenyaa

19/04/2022
hordoftoota Muslimaa maraaf baga ayyaana Ramadamaniifi isiin ga'e🙏🙏
02/04/2022

hordoftoota Muslimaa maraaf
baga ayyaana Ramadamaniifi isiin ga'e🙏🙏

Galatooma 🙏🙏🙏
02/04/2022

Galatooma 🙏🙏🙏

😪😪😪😪 Gaddaa guddaa :sadarkaa loltuu irra kaase hangaa miseensummaa Hayyu duree kan qabsaa adda bilisummaa fi walabummaa ...
01/04/2022

😪😪😪😪 Gaddaa guddaa :sadarkaa loltuu irra kaase hangaa miseensummaa Hayyu duree kan qabsaa adda bilisummaa fi walabummaa Oromoo kan turaan abbaa keenya jal Galaasaa Dilboo boqotan.seenaa dukkana saan kessati offi dammaqaani Oromoo fi Oromiyaa dammaqsuun gaafi ijjo Oromoo furuuf xiqqiidhan kan qabsaa turaanidha kan akka dangaa oromiya,afaan fi qubee fi enyummaa Oromoo irrati adda dureedha falmaatani galatoomi abba keenyaa boolla keei daadhiin ha guutu maati , firoottan fi Oromoo maraaf jajjabina sin hawwa .
Guyyaa 23/07/2014

AKKAM Jirtuu ijjoollee abbaa gadaa Egaa fulaa Facebook keenya hordofuudhan Wayye gadaa faana walqabaate barnoota sin qop...
31/03/2022

AKKAM Jirtuu ijjoollee abbaa gadaa
Egaa fulaa Facebook keenya hordofuudhan
Wayye gadaa faana walqabaate barnoota sin qopheessuuf tattaaffii irra jiraa yeroo dhihootti ni egaal nu hordofaa like comment godhaa
Horaa bulaa

Abba Oromoo Baqqalaa Garbaa qabsa'an keenya yaali argaacha jiruuWaaqayyo nuuf haa fayyisuu har'a itto kore irrati lafti ...
26/03/2022

Abba Oromoo Baqqalaa Garbaa qabsa'an keenya yaali argaacha jiruu
Waaqayyo nuuf haa fayyisuu har'a itto kore irrati lafti isaani ittin mareeyu.garuumo yaali argaacha akka jiraan fi bayyes akka hin taane oddeeffannoo qabaa
Hamtuun sin argiin fayyi najeedha me

Waaqayyoo kadhannaa oromoo ni hin dagaatu .galatoomi gooftaa keenya .Booranaa bokkan roobuu egalee baga gammadan.
24/03/2022

Waaqayyoo kadhannaa oromoo ni hin dagaatu .galatoomi gooftaa keenya .Booranaa bokkan roobuu egalee baga gammadan.

Address

Ambo

Telephone

+251973747120

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lootii Gadaa Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share