Odaa Press.

Odaa Press. Tokkummaan humna injiifannoo fi milkiiti yeroo hunda sabni keenyaa tokkummaa qabachuun barbaachiisa�

09/09/2026

garee muraasa aangoo dawoo godhatanii fedhii isaanii hordofaniin miidhamaa jira. Gujiin akka Gujiitti misoomuu barbaada; garuu gareen kun ofii misoomaa jirti. Gujiin akka Gujiitti nageya barbaada; garuu gareen kun waliin hidhata uumtee nageenna uummata keennaa booressaa jirti. Gujiin akka Gujiitti barnoota barbaada; garuu gareen kun qaama barate balaaleffatanii didu waan taheef godinichi gama hundaan kufeera. Furmaanni jiru tokkoomee murna alseerummaa hojjatu kanneen ofirraa kaasuudha.

09/09/2026

Dhugaa Media
sagalee nagayaa.

09/09/2026
Jal Nagessa Oddo Dube
08/09/2026

Jal Nagessa Oddo Dube

Address

Meda Welabu
Bale

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Odaa Press. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Odaa Press.:

Shortcuts

Share