Mùŕàď abdi harar

Mùŕàď abdi harar ALLAH IS ONE🖕❣️❣️💟

23/11/2025

゚viralシypシ゚viralシhtag Hi everyone! 🌟 You can support me by sending Stars – they help me earn money to keep making content that you love.

Whenever you see the Stars icon, you can send me Stars.

23/11/2025
27/08/2025

fb.com/stars

fb.com/stars
27/08/2025

fb.com/stars

27/08/2025

👉 Rasuulli ﷺ Akkana Ja'an" Jannata keeysa mana tokkoo jira, Kan yoo Ala dhaabbatanii laalan keessi isaa
mullatu " jennaan "Yaa Ergamaa Rabbii ﷺ manni suni eenyuufi qopheeffame ?" ja'aniin "Nama nyaata nyaachise, Nama salaamata facaase, Nama halkan salaataa bule osoo namni rafu" je'aniin,

Sa'iid Binu Musayyab R,A, Akkana je'an: Nama halkan salaataa bulu, Rabbiin ifaa nama hunda
hawatu nama san uffisa, Namni nama san "eenyummaa isaa" hin beeynellee yoo argu "Ani nama kana ni jaalladha ja'a",

Namni tokko Hasanul Basriin Akkana je'e" Sila ummani halkan halkan tahajjuda salaataa bulu nama
hunda irraa maa fuula bareeda ?" jennaan "Jaratu Rahmaaniin waliin maqoo irraa bulee Rabbiin nuura ofii isan uffise" je'een,

Ummata salafa darbe keysaa nama wayta du'aa jiru boohutu jira, wayta maafi bochaa ? jenana "Salaata
leylii irraa addaan bahutu garaa na nyaate " je'e,!

Allaahu Akbar !!subahan Allaha ☝️ 😭

Aalimtichi tokko hogga rafuufi firaasha isaafi afan , Firaasha irra gadi taa'ee harka isaatiin firaasha
gadi dhidhiibaa" Yaa firaasha kana maaltu akkana si laaffise ! garuu taatus firaasha jannataatu sirra laafa
" je'eenii irraa ol ka'ee salaata leylii jalqaba, !!

Aalimtichi tokko yoo fedhii salaata leyliitiifi qabu ibsatu "Ani akka amata diidamaa 20 irraa wanti tokko na hin yaachifne, Wayta lafti bariitu malee " jechuun (Jaalala salaata halkaniitiifi qabu irraa akka lafti bariitu hin fedhu) jechun dubatta !!

Kan akka Usmaan Binu Affaan , Kan akka Tamiim Ad-Daarii , Kan akka Abuu haniifaa, kanneen halkan
takkatti salaata keysa qur'aana awwalii aakir kattamu, Yaa Allaah mee lali dubii tana


Yaro Amma,tana salaata halkanii ka'anii salaatuu dhiisii nama salaata waajibaatu hin salaannetu jira !!

Dhiiroo namni suni aakiratti maal abdata ?? yoo ibidda jahannam taate malee !!

Yaa Rabbi ! Nama salaata halkanii kana akkuma salaata guyyaatti aadaa godhatee ittiin bulu nu taasisi, Mi'aa inni qabu qalbitti nufi naqii yaa rabbii yaa Allaha ☝️

Appilikeeshinii bareedaa lakkoofsa bilbilaa galchuu qofaan bakka namoonni jiran beekuuf nu dandeessisu, keessattuu ijool...
27/08/2025

Appilikeeshinii bareedaa lakkoofsa bilbilaa galchuu qofaan bakka namoonni jiran beekuuf nu dandeessisu, keessattuu ijoollee keenya; Haala namoota jaallannu fi miseensonni maatii keenyaa yeroo isaan nu irraa fagaatan hordofuun furmaata guutuudha
Appicha buufachuuf
👇👇👇👇
https://oroblog.mvacancy.com/index.php/2025/01/09/find-my-kids-family-live-gps-tracker/

Ten Unknown Facts About

1. Founding and History: BMW, Bayerische Motoren Werke AG, was founded in 1916 in Munich, Germany, initially producing aircraft engines. The company transitioned to motorcycle production in the 1920s and eventually to automobiles in the 1930s.

2. Iconic Logo: The BMW logo, often referred to as the "roundel," consists of a black ring intersecting with four quadrants of blue and white. It represents the company's origins in aviation, with the blue and white symbolizing a spinning propeller against a clear blue sky.

3. Innovation in Technology: BMW is renowned for its innovations in automotive technology. It introduced the world's first electric car, the BMW i3, in 2013, and has been a leader in developing advanced driving assistance systems (ADAS) and hybrid powertrains.

4. Performance and Motorsport Heritage: BMW has a strong heritage in motorsport, particularly in touring car and Formula 1 racing. The brand's M division produces high-performance variants of their regular models, known for their precision engineering and exhilarating driving dynamics.

5. Global Presence: BMW is a global automotive Company

6. Luxury and Design: BMW is synonymous with luxury and distinctive design, crafting vehicles that blend elegance with cutting-edge technology and comfort.

7. Sustainable Practices: BMW has committed to sustainability, incorporating eco-friendly materials and manufacturing processes into its vehicles, as well as advancing electric vehicle technology with models like the BMW i4 and iX.

8. Global Manufacturing: BMW operates numerous production facilities worldwide, including in Germany, the United States, China, and other countries, ensuring a global reach and localized production.

9. Brand Portfolio: In addition to its renowned BMW brand, the company also owns MINI and Rolls-Royce, catering to a diverse range of automotive tastes and luxury segments.

10. Cultural Impact: BMW's vehicles often become cultural icons, featured in fi

07/06/2025

Abdii Regasa Seeratti dhiyaatuu qaba
Seera jala Ooluu qaba Hidhamuu qabu
🤣😂 Dubbisaa Share Waliif Godhaa
Regasa Dhugumaan Amantaa biraa Tuqaa jiraa? 👎
Namoonni Abdiitu Amantaa biraa Tuqaa jira jettanii Yaaddan Dogongortanii jirtan
Dadhabbii bu'aa hin qabne dadhabaa jirtan
Yoo Amantaa isaatti gammadee Namoota Jaallatu Gara waan jaallatee yaame Mirga qaba

garuu Ragaa fi Ragaa qofaan malee Seerrii fi Heerrii amma jiru kunis namnummaan jedheef olollummaa geggeefameef akkasuma qabii namaafi hiikii namaatiin osoo hin taane qajeelfama seeraa fi heeraatiin namni hunduu seera jala oola jedheen yaada.

Saniifuu Ofirraa Yoo Callistan irra gaariidha
Abdi Regasa Jabaadhu Amantaa keetiif hojjadhu
Rabbi haqa Sihaa Qunnamsiisu

Ifti islaammummaa Baayina Bishaan Sobaatiin Hin dhaamu. Islaammummaaf du'uunis ta'e Jiraachuun Nuyiif Bu'aadha. Islaammumman Alatti Namni Amantaa Biraa Barbaade Rabbi irraa hin qeebalu. Qur'aana suura aala-imraan 3:85
Share godhaa baarakallaahu fiikum

08/05/2025

Bareedduu Haalaafi amalaa fi diin hin qabneerraa fokkottuu haalaafi amalaafi diin qabduutu irra caala wallaahi wabillaahi bareedina fuulaatiin hin shawwadaminaa shabaabban keenya hadaraa
Gaafa manatti ol galte sheenooytaa beeki 😍😍😍

ALLAH IS ONE    AND MOHAMMED IS THE MESSENGER OF ALLAH (S A W)❣️❣️❣️❣️☪️
08/05/2025

ALLAH IS ONE
AND MOHAMMED IS THE MESSENGER OF ALLAH (S A W)
❣️❣️❣️❣️☪️

Address

Ambo
Harar
53541

Telephone

+251914954542

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mùŕàď abdi harar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share