Okotee jaalala

Okotee jaalala https://youtube.com/channel/UCvhZJIbexxAL87OCC21SD-g Odaa show kiyaa subscribers like share godhu hin dagatiina

27/01/2024

06/01/2024

06/01/2024

Kadir martuu

Okotee jaalala@hordoftootaAl Jazeera Afaan Al Jazeera Afaan Oromoo✔️Al Jazeera Afaan Oromoo✔️VOA Afaan OromooWaan ati fi...
22/09/2023

Okotee jaalala@hordoftoota
Al Jazeera Afaan Al Jazeera Afaan Oromoo✔️Al Jazeera Afaan Oromoo✔️VOA Afaan OromooWaan ati fiddetti
Obseetin sabbaraa
Lafa kanarrattis
Si qofan gabbaraa.
Guddina siin malu
Waan tokkoof hin laadhu
Fedhii keetiin malee
Ani hin jiraadhu.
Ajaja keetiinin
Kabajaa horadha hogguu
Guddina kee malees
Kan biroo hin argguu.
Dachii nuuf balliftee
Irra nu nyaachifta
Waa hunda keessatti
Nullee barbaachifta.

Sirra garagallaan
Hin argadhu humaa
Anaaf mootiin dhugaa
Rabbii kiyya sumaa.

✍️ Okotee Jaalala

09/06/2023

Happy Barthedey

17/05/2023

TV-TWO GmbH pays out rewards every single day

20/04/2023

Follwo ❤💚❤️godhii pegii kana

02/04/2023

Address

Busines
Hirna
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Okotee jaalala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share