09/04/2025
Afaan Oromoo Haa Guddifnu
=====!================
1) Ishii___Tole
2) Beqqaa___Ni ga'a
3) Qidaamee___Sambata xiqqaa
4) Xifirqelemii___Halluu qeensaa
5) Tsagur mahega___Qabsiisa rifensa
6) Xuux maheja___Qabsiisa harmaa
7) Dabtara_ Itti bartuu
8) Kaalsii____Shurraaba miillaa
9) Surree____Kofoo
10) Caammaa___Kophee
11) Temaarii___Barataa
12) Shaanxaa___Borsaa
13) Cuggaarraa___ Garaacha
14) Shint beet___Mana fincaanii
15) Waxii___Ittoo
16) Miizana___Madalaa
17) Gaxarii___Baadiyyaa
18) Ketamaa___Magaalaa
19) Meedaa___Dirrre
20) Birdilibsii___Uffata qorraa
21) Biradistii___Distii sibiilaa
22) Waraaj____Na buusi
23) Qannasi___Hir'isi
24) Goodenya___Hiriyyaa
25) Sargii___Cidha
26) Fooqii___Gamoo
27) Caakkaa___Bosona
28) Siqaayii___Gidiraa
29) Dawwaluu___Bilbiluu
30) Kuwwaasii___Kubbaa
31) Taragaaga'i___Tasgabbaa'i
32) Mastawaqiyaa___Beeksisaa
33) Qibaatii___Dibata
34) Daanyaa___Murteessaa
35) Barrenyaa___Eegaa goolii
36) Qaxaruu___Mindessuu
37) Raddaatii___Gargaaraa
38) Shufeerii___Konkolaachisaa
39) Masgabii___Galmee
40) Silkii___Bilbila
41) Hakiimii___Ogeessa fayyaa
42) Zabenyaa___Waardiyyaa
43) Damoosa___Miindaa
44) Manooriyaa___Mana jireenyaa
45) Kibiriitii___Qarraa
46) Birrii___Qarshii
47) Saantima___ Beesee, Dumbulloo
48) Gizee___Yeroo,Waqtii,Yennaa
49) Mannaariyaa___Buufata konkolaataa
50) Ni dabbara___Ni jibbisiisa
Afaan hojii federaala akka ta'u iyyuu qofa adoo hin teene ifiiyyuu sirritti itti fayyadamuu qabna. Aarsaa guddaattu itti kaffalamee asi gahe. Jechoota afaan oromoo afaan biraatiin walitti laaquun haa dhaabbatuun dhaamsa keenna.