Ilu Tourism/ኢሉ ቱሪዝም

Ilu Tourism/ኢሉ ቱሪዝም Revealing The enormous Tourism potential of the undiscovered Ilu Aba Bor Zone

13/08/2026

Iluu Abbaa Boor, Nadhii Noonnoo

ኢሉ አባቦር ፣ ነdhii ኖኖ

30/07/2026
19/07/2026

Gurbattii Jaarsa kana😂

30/06/2026

Sor Waterfall, Ilu Aba Bor

የሶር ፏፏቴ፣ኢሉ አባቦር። አቤት ውበት❤
📷 Wendimu Debela Amente Thanks for the 📽️

19/03/2026

Iluu Abbaa Boor

ኢሉ አባቦር ውብ ምድር

The Majestic Land,  Ilu Aba BorSor Waterfall. The second largest waterfall in Ethiopia 🇪🇹
03/01/2026

The Majestic Land, Ilu Aba Bor

Sor Waterfall. The second largest waterfall in Ethiopia 🇪🇹

Gosa Hawwata Tuurizimii kana beektuu?Gosti hawwata tuurizimii mucuca dhoqqee(Mud slide tour) jedhamuun beekamu akka addu...
27/12/2025

Gosa Hawwata Tuurizimii kana beektuu?

Gosti hawwata tuurizimii mucuca dhoqqee(Mud slide tour) jedhamuun beekamu akka addunyaatti gosa bashannanaa isa hawwataa dha.

Yeroo tokko tokkos Geo tourism jedhamuunis ni beekama. Biyyoota addunyaa hedduu keessatti beekamaa dha. Keessaahuu biyyoota akka Kooriyaa kibbaatti waggaatti guyyaa feestivaala dhoqqee mucucaachuutu jira. Kanaanis tuuristoonni hedduun gara Kooriyaa Kibbaatti yaa'u.

Akkasumas biyya Kaanaadaa kutaan Noovaa Skootiliyaa hawwwata tuurizimii mucuca dhoqqeetiinis baay'ee beekamti. Tuuristoonni hedduunis biyyoota hedduurraa gara biyya Kaanaadaa deemuun bashannanu. Gosti hawwata tuurizimii kun biyyoota akka Afrikaatti hedduu hin baramne.

Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Bachoo Finca'aa Soor biratti kun argamuun hawwatummaa finca'aa kanaa daraan ol kaasa. Daawwannaa uumamaati. Achumaan jala finca'aa kanaatti namni bishaan keessa seenees bashannana.

Wanti kun akkuma Itoophiyaattuu bakka kana qofatti argamuu mala. Kana beeksisuun idiloomsuun barbaachisaa dha.

Namoonni hubannoo kanaa hin qabnes hubattanii ofiis yoo itti bashannantan bareedaa dha. Iluu Abbaa Boor bar waa hunda qabaa❤

Address

Mettu
Metu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ilu Tourism/ኢሉ ቱሪዝም posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share