Mattu University Agri.Research staff

Mattu University Agri.Research staff This page created to inform the societies in and around Mettu University about the progress in agricultural research activities and findings.

21/05/2026
Hojii sanyii filatama boqqolloo baayisuu Buufata Buree-Jaankootti bara 2017 hojetamaa jiru
30/08/2025

Hojii sanyii filatama boqqolloo baayisuu Buufata Buree-Jaankootti bara 2017 hojetamaa jiru

Hojiiwwan qorannoo mimmixa/barbaree,ruuzii fi nyaata beeladootaa buufata Buree/Jaankooየበርበሬ፣የሩዝ እና የእንስሳት መኖ ምርምር ስራዎች በ...
10/11/2022

Hojiiwwan qorannoo mimmixa/barbaree,ruuzii fi nyaata beeladootaa buufata Buree/Jaankoo
የበርበሬ፣የሩዝ እና የእንስሳት መኖ ምርምር ስራዎች በቡሬ/ጃንኮ ጣቢያ
Pepper, rice and fodder research activities at Bure/Janko site

27/10/2022

ማስታወቂያ
ለመቱ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች በሙሉ
በመቱ ዩኒቨርሲቲ በክረምት እረፍት ላይ የነበራችሁ መደበኛ (Regular) ፤ የሳምንት ዕረፍት ቀናት (Weekend ) እንዲሁም የማታ ( Evening) የመጀመሪያ ዲግሪ እና የድህረ ምረቃ ነባር ተማሪዎች በሙሉ የ2015 ዓ.ም የትምህርት ዘመን የምዝገባ ቀን ህዳር 1-2/2015 ዓ.ም እንዲሁም በቅጣት ህዳር 03/2015 ዓ.ም ይካሄዳል፡፡
በመሆኑም በተጠቀሰው ፕሮግራም ነባር የዩኒቨርሲቲው ተማሪዎች የሆናችሁ በአካል በመቅረብ እንድትመዘገቡ እያሳስብን ትምህርት የሚጀምረው ህዳር 05/2015 ዓ.ም መሆኑን እንገልፃለን::
መቱ ዩኒቨርሲቲ ሬጅስትራር ዳይሬክቶሬት

27/10/2022

Barattoota Yuunivarsiitii Mattuu hundaaf
Yuunivarsiitii Mattuutti Barattootni sagantaa idilee (Regular), guyyaa boqonnaa (Weekend) fi sagantaa galgalaatiin (Evening) Digirii tokkoffaa fi lammaffaa barataa turtaniifi boqonnaa gannaa irra kan jirtan hundaaf, yeroon galmee bara barnoota 2015 kan gaggeefamuu Sadaasa 1-2/2015ALI (Nov.11/12/2022G.C) akkasumas adabbiidhaan Sadaasa 3/2015ALI (Nov. 13/2022G.C) waan raawwatuuf mooraa Yuunivarsiitii Mattuu fi Kaampaasii Baddaleetti qaamaan argamuun akka galmooftan isin hubachiisaa barnootni Sadaasa 5/2015 ALI kan eegalu ta’u isin beeksiisna.
Daayireektooreetii Rejistraaraa Yuunivarsiitii Mattuu
Odeefannoo dabalataaf:
www.meu.edu.et
https://t.me/mettuniversity

Yuunivarsiitii mattuu,buufata qorannoo qonnaa shammetti hojiiwwaan qorannoo nyaata beeladootaa adda addaa,boqolloo,ruuzi...
23/09/2022

Yuunivarsiitii mattuu,buufata qorannoo qonnaa shammetti hojiiwwaan qorannoo nyaata beeladootaa adda addaa,boqolloo,ruuzii fi mimmixa/barbaree irratti hojjetamaa jiran.
በመቱ ዩንቨርሲቲ ሼሜ ምርምር ጣቢያ የተለያዩ የእንስሳት መኖ ፣ የበቆሎ፣የሩዝ እና የበርቤሬ ምርምር ሥራዎች

A study of sheep breed improvement underway.
26/07/2022

A study of sheep breed improvement underway.

Animal feeds under trial
21/07/2022

Animal feeds under trial

Address

Mattu
Metu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mattu University Agri.Research staff posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share