Oduu Gurra Gujii

Oduu Gurra Gujii This page created not only to motivate the society and also open the door for more media to be opened‼️

  Ajaa'iba; Suuraan tokko yoo jireenna keeti jijjiiru!
31/07/2026


Ajaa'iba; Suuraan tokko yoo jireenna keeti jijjiiru!

Siyaasi Wolguddisuuf yoo ta'u Gaariidha ===============================  Jadhamu I/G Wajjira P/B Damee A/A/Waayyutti Hog...
12/07/2026

Siyaasi Wolguddisuuf yoo ta'u Gaariidha
===============================
Jadhamu I/G Wajjira P/B Damee A/A/Waayyutti Hogganaa Cima Ilaalcha qajeela qabudha!

Nama Beekamtiif Guddinni maleefidha!

Naannoo A/A/Waayyuu kana Namoota Ciccimoo Iji Godinaatiif Naannoo Arguu qabudha!

📖📚Haga Dhumaa Dubbisaa Yaada Keessa Itti Dabala;-          🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹⏩Biyya Itiyoophiyaa keessat...
01/07/2026

📖📚Haga Dhumaa Dubbisaa Yaada Keessa Itti Dabala;-
🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
⏩Biyya Itiyoophiyaa keessatti dhaabi fedhe biyya tana bulchuu danda'a, haata'uuti dhabota ykn paartilee biyya Itiyoophiyaa bulcha Turan keessa;-

1. Paartii Woyyaane:-
: Tasgabbiif nageyatti Ture,
: Fayida Gam-tokkee
2. Paartii Badhaadhinna:-
: Misooma Baldha yerowwan darban hin hojjatamin
: Nageyaaf Tas-gabbi dhabu
➡️Kanaaf sababbiin gara garaa dhiyaachuu danda'a;
Fkn. Hinaaffaa Angoo ISA guddaa ta'e muldhachuu danda'a

⏩Waan tokko yaada Xiinxala mee?, Innis;-
🎤🛜Mootummaan Biyya tana Bulchu Kamiiyyu UUMMANNI GUJII Barbaadu yoo guuteef Biyya tana keessatti Nagayaaf Tas-gabbiin akkasumas Uummata Itiyoophiyaatiin Jaallatamee ni Tura Yaada jedhu Page hawwasaa qaba!

Albuudonni naannoo teenna Abbaa qabeenya dhunfaatiif Kan kennamu yoo ta'e,Kan itti gaafatamummaa guutu kan fudhatu;-  ==...
30/06/2026

Albuudonni naannoo teenna Abbaa qabeenya dhunfaatiif
Kan kennamu yoo ta'e,
Kan itti gaafatamummaa guutu kan fudhatu;-
===================================
1. Worra Social media Irratti Alb**a Turan
2. Worra Oduuf Hujii addaan baase hin
beenne
3. Namoottan Haala Biyyaaf Addunyaa
Hubachuuf Xiinxalu hin dandeenne
4. Wollaallumma teenna
5. Hunda Amanuu keenna
6. Tolaaf Hamaa keenna Adda baafachu
dadhabuu keenna.
7. Miidiyaale ijii mootumma irra jirurratti
Post ta'u suuraa Albuudatiif Iddoo
Hojii albuuda
8. Wolii galte dhabuu fi Fayidaaf Miidha woliin
Beeku dhabu

Fkn. Hojiiwwaan "Laga Dambii"
Keessatti hojjatamanu social media
ta'e lafa oduutti nama dhaggee
dhage'e beeku????

29/05/2026

BLACK DAY
SURROO BARGUDDAA
Yaa Uummata Ni Darritii!

28/05/2026

Addunyaa Maanti Bulchaa Jiraa?
Addunyaa Maalii Wol-bulchaa Jirtii?
Comment tolcha!

 !=======================Wolitta Bu'iinsi Saboottan gurguddoo Lamaan   gidduu ture akkaatuma Asda Saba Lamaanitiin furam...
21/05/2026

!
=======================

Wolitta Bu'iinsi Saboottan gurguddoo Lamaan gidduu ture akkaatuma Asda Saba Lamaanitiin furamee jiraachuu isa dhagenne!

Nageenni kuni Kan Itti fufiinsa Qabu Waaqi tolchu!!

Oduu Gaddaa😭💔============Ardaan Daawwaatti Hayyuu guddaa tokko dhabeera jira.   Qaroo gaafa dubbii, Janna gaafa lolaa, A...
05/05/2026

Oduu Gaddaa😭💔
============
Ardaan Daawwaatti Hayyuu guddaa tokko dhabeera jira. Qaroo gaafa dubbii, Janna gaafa lolaa, Arjaa gaafa tolaa, Kan ila gadi hin qaabanne, Wol-qaba MAALIIF SABAA, Hayyuun dhagga'aa dhageettii Du'an addunyaa tanarraa deemeera. Waan maraafuu kooddi teeti marra baachu.
Waan jedhu wollaale maan goona!
Maayaa maatiin, tolaa soddaan irraa hafaa!

**Qaroo, Jabaa, Janna dhanne**
**Qaroo, Jabaa, Janna bakka nuuf buusu**

Hamaan Dansaa Fakkaata!Dansaan Ammo Hamaa Fakkaata!Waan Siifi Te'a Waan sitta Te'a Addaan baafadhu!  Uummata kalee Yaadi...
23/04/2026

Hamaan Dansaa Fakkaata!
Dansaan Ammo Hamaa Fakkaata!
Waan Siifi Te'a Waan sitta Te'a Addaan baafadhu!
Uummata kalee Yaadi Hardha hubadhu
Tilmaami Woliif Lafaaf Dhaabbadhu!

Address

GUJII
Negele

Telephone

+251906463885

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oduu Gurra Gujii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oduu Gurra Gujii:

Shortcuts

Share