Urjii Limmuu

Urjii Limmuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Urjii Limmuu, Marketing Agency, Limmuu, Nek'emte.

14/02/2024

ጃውሳ ሌባ ነው የምንለው በምክንያት ነው!

በዚህ ሰአት የአማራን ህዝብ ያማረረው ትልቁ ጉዳይ የዚህ ሽፍታ ቡድን ዝርፊያ እና ንጥቂያ ነው!



07/02/2024

yaadaa fiduuf hojii ijaarsa humnaa hojjechuu qabna.Hojii keessoo keenya qulqulleessuu hojjetameen ji’oota jahan darbanitti hoggantoonni hogganummaarraa ka’aniiru

06/02/2024

የአቡነ ጴጥሮስ በሬ ወለደ ዘመቻ

ከዚህ ቀደም ከሀገር ኮብልለው የነበሩት አቡነ ጴጥሮስ ባሉበት ሀገረ አሜሪካ ሊቀሩ አስበው ሀገር እንዳልገባ ተከለከልኩ የሚል በሬ ወለደ ዘመቻ ተጀምሯል። አቡነ ጴጥሮስ ሁሌም ጭር ሲል አልወድም እንቅስቃሴ ሁሌም ሀገርን በፕሮፖጋንዳ እና ፖለቲካ ሀገር መረበሽ የክት ስራ አድርገዋል። አቡኑ ከዚህ ቀደም ከሀገር መኮብለላቸው ከታወቀ በኋላ መኮብለላቸውን ለመሸፈን ተከለከልኩ በሚል ፕሮፖጋንዳ እያስነገሩ ነው።


03/02/2024

Obbolummaa Cimsuun Tokkummaa Sab-Daneessa Keenyaaf Bu'uura!
+++++++
Saboota jidduutti jibbiinsa/waldhabdee facaasuu fi daangaa add-addummaa bal’isuudhaan biyya cimsuun hin danda’amu. Wal kabajuun bu'aa malee kasaaraa hin qabu. Faayidaa malees miidhaa tokkollee hin geessisu. Wal-waliinii keenya kan kabajnu waan walirraa argannu waan qabnu qofaaf osoo hin taane, obbolaa addaan hin baane waan taaneef. Gaaddisa mootummaa biyyoolessaa tokkoo jalatti walitti qabamnee yoo wal hin kabajnee, wal hin obsinee fi tumsa yoo walii hin goone wixineen keenya jalqabbiitti hafa, kaka’umsi keenyas ni dhaabata.

Kanaaf, obbolummaa sab-daneessi nagaa fi tasgabbii keenyaaf, akkasumas badhaadhina keenya galmaan gahuuf hojii ijoo furtuudha. Rakkoo keenya hundaaf furmaanni obbolummaa sab-daneessa cimsuu dha. Obbolummaa cimsuun bu'uura tokkummaa sab-daneessa keenyaati.

Badhaadhina hawwinuu fi nagaaf tasgabbiin ummataa keenyaa kabajamnee fi akka jiraannu hayyamameef dhugoomsuudhaaf nuti Itoophiyaanotni obbolummaa fi tokkummaa waliinii cimsuu qabna.

Biyya wal-kabajaa fi jaalalaan jiraachaa turre keessatti nageenya fi tasgabbiin uummataa kabajamee badhaadhina waloo hawwinu dhugoomsuf nuti Itoophiyaanonni jaalala obbolummaa walii keenyaaf qabnu caalmatti cimsaa tokkummaa sabdaneessa jabeessutu nurraa eegama.

25/01/2024
24/01/2024

Uummata Oromoo Maraaf

Yeroo ammaa kanatti ABO Shaneen Oloola diinummaa agarsiisuuf jecha Amajjii 28/2024 Irraa eegalee daandiin hundiif sochiin Daldalaa, Barnootaa, Hojii mootummaa hin jiru jettee Afuufaa jirti. Kun adeemsa qabsoo yeroon itti darbe ta'uu isaa Uummatni Oromoo hundi sirriitti hubachuu qaba. Uummatni keenya yeroo ammaa qabsoo dinagdee irratti argama. Kanas hojjetee ofiif maatii isaa Akkasumas Biyya isaa jijjiiruu irratti argama. Kanuma irraa ka'uun Diina Uummata keenyaa Kan taate Shaneen qabeenya Uummataa saamtee bartee Isa kaanis gubdee fixxee tarsiimoo qabsoo barri itti darbeen Uummata keenya burjaajjeessuu barbaadaa jirti. Kanaaf, Uummatni keenya Marti lagannaan Gabaa jedhamee haasa'amaa jiruuf miidiyaa kanaan oliif gadi tamsa'aa jiru Oloola sobaa ta'uu baree dammaqinaan hojii isaa hojjetachuu akka qabu isiniif dhaamna.
Ergaa kana share gochuun Wal qaqqabsiisaa.

ተዓምር በወንጪ ሰማይ ስር! እጅግ በጣም ቅንጡ፣ ዉብ እና አለም አቀፍ ጥራቱን የጠበቀ ከዛሬ  #ትዉልድ ለነገ  #ትዉልድ የተበረከተ ታላቅ ስጦታ! የዚህ ትዉልድ አካል በመሆኔ እኮራለዉ! ከባ...
14/01/2024

ተዓምር በወንጪ ሰማይ ስር! እጅግ በጣም ቅንጡ፣ ዉብ እና አለም አቀፍ ጥራቱን የጠበቀ ከዛሬ #ትዉልድ ለነገ #ትዉልድ የተበረከተ ታላቅ ስጦታ!

የዚህ ትዉልድ አካል በመሆኔ እኮራለዉ! ከባንዳ ዉጪ በዚህ ድንቅ ፕሮጀክት አይኑ የሚቀላ #ኢትዮጵያዊ ሊኖር አይችልም!




Address

Limmuu
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Urjii Limmuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share