Nahu printing

Nahu printing print your ideas
What can we do for you

NAHU PRINTING AND ADVERTISING( MANA MAXXANSAA NAHU ) Hojiilee Keenya Keessaa Muraasa=============• Tiishartii • Banner •...
27/04/2024

NAHU PRINTING AND ADVERTISING
( MANA MAXXANSAA NAHU )

Hojiilee Keenya Keessaa Muraasa
=============
• Tiishartii
• Banner
• Istikaara
• Birooshara
• Filaayarii
• Biraandii Konkolaataa
• Sanduuqa Ifa ( Signage )
• Alaabaa
• Poostaroota
• Foomii
• Kubbaayyaa
• Bizinas Kaardii
• Dizaayinii Asxaa
• Barruulee
• Nagayee (Invoice)
• Biraandingii Guutuu

Wantoota kanaa fi kanaan walqabatan hunda bifa qulqullina ol'aanaa qabuun isiniif hoojjenna.

NAHU PRINTING AND ADVERTISING
We raise your business

Diizayinaa fi Print keenyaa Nekemte fi guutuu biyyattii keessatti jaalatamaa kan turee yommuu ta'u, amma bifa ajaa'iba ta'een qulqullina ol'aanaa fi gatii madaalawaan waan isin barbbaaddan kan isiniif hoojjennu ta'a.

Isinii heloo jedhaa ijoollee keessaniin afaan keessaniin tajaajila argattuu.

Iddoon itti argamnu.
Nekemte, New Generation Awash Bank Fulduratti Nu Argatu. Ykn

Bilbila armaan gadiitiin nuuf dawwalaa ykn gama miidiyaa hawaasaa keenyaan nu qunnamaa. Sa'aa 24 yoon dawwaltan tajaajila keenya ni argattu.

☎️ +251937608227
+251926933313

Miidiyaa Hawaasaa keenya hordofaa 👇

Facebook m.me/nahuprinting
Telegram t.me/nahuadvert
Tiktok tiktok.com/

24/02/2024
Nahu printing 0937608227
24/02/2024

Nahu printing
0937608227

14/12/2023

Address

Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nahu printing posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share