Dhugaa dubbadhu

Dhugaa dubbadhu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhugaa dubbadhu, Public relations agency, Nekemte.

12/07/2023

Bara jiraattu keessatti waanuma haqa ta'e hojjedhu, sobi sirraa hin bareeduu hin sobiin dhiisi nama biratti yeroo mara shakkamaa taataatii. Yoo dhugaa dhubbatte dhugaanis si jaallata namnis si jaallata. Please wal jaalladhaa.

11/12/2022


Abbaan fedhe haa du'us haa dhiisuus nun galchu. Abbaa fedheef gadduu dandeessa, akka nama dhuunfaatti, garuu social Media tti baatee nutti hin xebeexxebin. qobaamakee Abbaa gadditu sanaaf gaddi. akka sabaatti gadda nurra jiruyyuu dhagahuu nuffineerra hamma siif dandaa'ametti gadda uummata keenyarra jiru kanaaf sagalee ta'i.
Ecc "baayyinni rakkoodha" jedhe Hacaaluun

08/12/2022

!





/ABO-WBO
Sababa tokkummaa dhabaaf saree tokkittiin lagatti nu naqxe jedhe jaldeessi.

05/12/2022

😭😭😭😭😭😭😭😭

11/11/2022

“Waraanicha eenyu akka eegale hin beeku,garuu eenyu akka gatii baase nan beeka.Dhuma irratti hooggantootni harka wal fuudhu haati garuu ilmoo ishee dhabde,Intalli abbaa ishee,haati warraa abbaa warraa ishee,abbaanis intala isaa utuu eeganii qara ilaalaa hafu” Mahmoud Darwish

06/11/2022

Yaa waaqayyo WBO mirgaan galchi
🙏🙏

walaloohalkan keessaa ka'ee taa'eeyeroon yaadu waa'ee kankeegaaraaf dachaa hundumasaaosoo hin nuffiin isoo hin aariinkaf...
27/07/2022

walaloo
halkan keessaa ka'ee taa'ee
yeroon yaadu waa'ee kankee
gaaraaf dachaa hundumasaa
osoo hin nuffiin isoo hin aariin
kaffalteetta anaaf aarsaa

sin jaalladha yoon siin jedhes
homaa hin baasuu gatii kankee
siifan du'a yoon siin jedhes
hin obsukaa garaan kankee

ilaa yaa haadhakoo na dhaga'i
natti ulfaatus jireenyi baraa
ati eebbakee naaf galaasii
an si koorsuuf karaan jiraa
▽ⒿⒺⓇⒺⓜⒾⒶⒽ

Yeroo biraas utuuma isinitti iyyinuu ajandaa biraan akka isin as baataan shakkii hin qabnu
23/07/2022

Yeroo biraas utuuma isinitti iyyinuu ajandaa biraan akka isin as baataan shakkii hin qabnu

16/07/2022

Ati biyyakee jirta, ani biyyakoon yaade nan galaa!!

Address

Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhugaa dubbadhu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share