Bornuuf Star

Bornuuf Star โ“ก Advertising and commission work

Mo'attoota DV 2025ttifNaabeek Africa #0916606602 #0926123535
07/05/2024

Mo'attoota DV 2025ttif
Naabeek Africa
#0916606602
#0926123535

Odeeffannoo mo'attoota DV 2025ttif
Sagantaa DV'f filatamuun (DVn si gahuun) Qofti green card akka argattu ykn Gara Amerika Akka Imaltuuf wabii hin ta'u.

DV erga injifattee booda ammallee Wontooni Armaan Gadi Gochuun Sirraa Eegama.
Gara Ameericatti Imaluuf interview embassy keessa darbuu si barbaachisa. Kana gochuuf immo
DV moโ€™attoonni Unka Iyyannoo DS-260 jedhamuun beekamu (DS-260 Online Immigrant Visa Application) guutuu Qabu. DS-260 Guutuuf lakkoofsa dhimma viizaa DV (DV visa case number) keessanii galchuu qabdu. Tokkoon tokkoon iyyataa viizaatiif unka addaa barbaachisa.
Erga Unka DS-260 toora intarneetiirraan Guuteen booda, fuula mirkaneessaa (confirmation page) Guyyaa gaaffii fi deebii (Interview) keetii qabate Argamu Qabda. Fuula mirkaneessaa yeroo barbaaddetti erga iyyata DS-260 kee xumurtee booda argachuu dandeessa.

Namooni Unka DS-260 Akka Isiniif Guuttamu Barbaadan Nu qunamu dandeessu.
Carraa gaarii fi Milkaa'ina isiniif hawwina!

๐Ÿ๏ธ urjiin electric motorcycle spec and price ๐Ÿ๏ธLooking for an eco-friendly and efficient way to cruise through the city?...
30/10/2023

๐Ÿ๏ธ urjiin electric motorcycle spec and price ๐Ÿ๏ธ

Looking for an eco-friendly and efficient way to cruise through the city? Check out our new Electric Motorcycle with amazing specs and features:

Motorcycle Specifications:
- Motor Type: Electric
- Speed: 60 km/h
- Range: 100km
- Charging time: 6 hours
- Motor: 1500W
- Battery: 72V32Ah Lead acid
- Speed Controller: 123
- Controller: 15MOS
- PIN controller: 60/72V
- Brake F&R: Disc & Drum
- Suspension F&R: Telescopic & Hydraulic

Functions & Features:
- Digital Speed meter
- Reverse Gear
- Cruise Function
- Key Less Entry
- Anti-theft alarm
- USB Charging
- LED Light
- Back box
- Charger

๐Ÿš€ All of this for just 80,000 birr! ๐Ÿš€

Note: The above price is for Agents, for retail price please negotiate with our Agents

If you have any questions or need more information, feel free to reach out. Contact us at +251940550873. Get ready to zip around town in style and reduce your carbon footprint with our electric motorcycle! ๐ŸŒฟ๐Ÿ›ต

Did you know that you can cut your registration time in half by pre-registering on our website https://id.gov.et/? Regis...
20/10/2023

Did you know that you can cut your registration time in half by pre-registering on our website https://id.gov.et/? Register in advance; Complete your registration smoothly by showing up on the date and time the system chooses for you.

แ‰ แ‹ตแˆจ แŒˆแŒปแ‰ฝแŠ• https://id.gov.et/ แˆ‹แ‹ญ แ‰…แ‹ฐแˆ˜ แˆแ‹แŒˆแ‰ฃ แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‹จแˆแ‹แŒˆแ‰ฃ แŒŠแ‹œแ‹ŽแŠ• แ‰ แŒแˆ›แˆฝ แˆ˜แ‰€แАแˆต แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแ‰ฝแˆ‰ แ‹ซแ‹แ‰ƒแˆ‰?
แ‰…แ‹ฐแˆ˜ แˆแ‹แŒˆแ‰ฃ แ‹ซแ‹ตแˆญแŒ‰ แค แˆฒแˆตแ‰ฐแˆ™ แ‰ แˆšแ‹ซแˆตแˆ˜แˆญแŒฅแ‹Ž แ‰€แŠ• แŠฅแŠ“ แˆฐแ‹“แ‰ต แ‰ แˆ˜แŒˆแŠ˜แ‰ต แˆแ‹แŒˆแ‰ฃแ‹ŽแŠ• แ‰ แ‰ฐแ‰€แˆ‹แŒ แˆ แˆ˜แˆแŠฉ แ‹ซแŒ แŠ“แ‰…แ‰แข

#แ‹แ‹ญแ‹ณ

Tulla
20/10/2023

Tulla

Whether youโ€™re looking to make a nice smoothie to start your day, or a fresh salad for lunch, the Saachi Blender is the one for you. This product acts as a regular blender with a plastic jar, but also comes equipped with 2 other attachments for a glass jar and mill allowing you to carry out many different tasks with this one simple

๐Ÿ‘‰๐Ÿฝ Shop at https://tulla.et

06/10/2023

Transform your living space with our range of household essentials. From kitchen appliances to home decor, find everything you need to create a cozy and stylish home with TULLA.

๐Ÿ‘‰๐Ÿฝ Shop at https://tulla.et

04/10/2023

2016 national post-graduation entrance exam registration
แ‹จ 2016 แ‹“.แˆ แˆƒแŒˆแˆญ แŠ แ‰€แ แ‹จแ‹ตแˆ•แˆจ-แˆแˆจแ‰ƒ แ‰ตแˆแˆ•แˆญแ‰ต แˆ˜แŒแ‰ขแ‹ซ แˆแ‰ฐแŠ“แ‰ แ‰ดแˆŒแ‰ฅแˆญ แˆฑแแˆญแŠ แ• http://onelink.to/fpgu4m แ‹ˆแ‹ญแˆ แ‰ แŠ .แŠ .แ‹ฉ แ–แˆญแ‰ณแˆ https://portal.aau.edu.et แˆแ‹แŒˆแ‰ฃ แ‰€แˆ‹แˆ แˆ‚แ‹ฐแ‰ต

แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆšแŠ’แˆตแ‰ดแˆญ แŠจแŠ แ‹ฒแˆต แŠ แ‰ แ‰ฃ แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒ แŠฅแŠ“ แŠจแŠขแ‰ตแ‹ฎ แ‰ดแˆŒแŠฎแˆ แŒ‹แˆญ แ‰ แˆ˜แ‰ฐแ‰ฃแ‰ แˆญ

#0926123535
#0916606602

Yeroon Kan Qaroominnaati Kan Dijitaalaa fi teknolojii mee koottaa wolbaraa Naaabeek Afrikaa  wajjiin NAABEEK AFRICA Onli...
04/10/2023

Yeroon Kan Qaroominnaati Kan Dijitaalaa fi teknolojii mee koottaa wolbaraa Naaabeek Afrikaa wajjiin
NAABEEK AFRICA
Online case Assistance
Oduugammachiisaa Namooota Biyya USA Ameerikaa Deemu barbaaddan hundaaf
Yeroo dheeraadhaaf Dandeettii fi Muuxannoo Horateen Waggoota hedduuf Dv guuchisiisaa kan ture Naabeek Africa
Ammas Haala Sadarkaa Eeggateen DV bara 2025 guutuu kan Eegale Ta'uu isa gammachuudhaan ibsa
Naabeek Africa online case assistance
Maarre carraan kuni akka isiin hin dabarree! DV 2025
Haala Adda ta'een
-Muuxanno woggoota dheeraa qabinuun
-Ulaaga isa sirri eegne kan Guunnu ta'uu hubattanii gara keenya dhufuudhaan Abjuu baroota hedduuf Ameerikaa Deemuuf qabdan akka.dhugoomsitaniif gara Naabeek Africa koottaa DV 2025 guutaa.
-Suura ulaaga isa sirri ta'ee asumatti isin kaasuudhan Daqiiqaa muraasa keessatti Isiniif Xumurraa
Naabeek Africa
Akkuma kanaan duraa Namoota DV 2025 nu biratti guutani carraa DV 2025 baheef hundaaf -260 bilisaan akka guutnu ta'uu keenya gammachuu guddaadhaan isin beeksifna!
Maal kana qofa ree
Gama keenya yoo dhuftan
Tajaajiloota
-Passport beelama qabsiisu
-Haayyama Daldala online dhaan
Haara baasu, Haaromsu fi
-Health Profesional License
-Scholarship ykn Carraa barnoota biyyaa Ala(International scholarship)fi
-Jop vacancy carra hojii biyya alaas karaa online tiin kana malees
-kanfalti online kamiinu nu biratti raawachuu ni dandeessu
Tajaajila Hundaa bakka tokkotti yeroo keessan fi humna keessan.qusattanii kanfaltii madaalawaadhaan.tajaajila saffisa qabu ni argattan.
Africa

#0916606602
#0926123535

22/08/2023
18/08/2023
Online Professional license As an applicant, You can apply for New License, Upgrade License, Renewal License, Replacemen...
17/08/2023

Online Professional license
As an applicant, You can apply for New License, Upgrade License, Renewal License, Replacement License, Letter of designation, and Letter of Good Standing.

17/08/2023
14/08/2023

Say Goodbye to Traditional Shopping and Say Hello to TULLA - Your Premier Destination for Online Shopping TULLA Is Here to Transform Your Online Shopping Experience!

๐Ÿ‘‰๐Ÿฝ Shop at https://tulla.et

Address

Shashemene

Telephone

+251916606602

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bornuuf Star posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Bornuuf Star:

Share