Gadaa technologies

Gadaa technologies Computer training ,mantenance and web development, networking ,selling any electronic devices

Baga ittin isin gahe eid mubarak
30/03/2025

Baga ittin isin gahe eid mubarak

05/04/2024

Itoophiyaafi Baankii Addunyaa woliigaltee doolaara 1.72 waliif mallatteessan.

Waliigaltichi kun waliigaltee liqiifi deeggarsaa yoo ta'u, maallaqichi kun pirojektoota 6 kan misoomaaf ta'an hojiirra oolchuuf kan waliif mallatteessan ta'uu himameera.

Akkasumas, sagantaa wabii nyaataa deeggaruuf, gabaa nyaataa haala qilleensaa dandamachuu danda'u foyyessuuf, galii hawaasa harka qalleeyyii magaalota keessa jiran guddisuuf kan ooluudha.

Dabalataan ammoo, jireenya hawaasa horsiisee bulaa gammoojjii keessa jiran foyyessuufi walitti hudhamiinsa humna elektrikiifi annisaa haaromsaa jabeessuu, akkasumas tajaajila bishaan qulqulluutiif kan oolu ta'uu hamameera.

Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaaf deeggrasa Doolaara  miiliyoona 300fi miiliyoona 40 kenne.
30/03/2024

Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaaf deeggrasa Doolaara miiliyoona 300fi miiliyoona 40 kenne.

01/02/2024

harkaan deema

23/01/2024

Teach history... and also COMBAT HATRED. In a world where hate speech, racism and discrimination are alarmingly on the rise, it’s high time to commit for transformative education to help empower learners with the necessary knowledge, values, attitudes and skills and behaviours to become agents of peace in their communities. 24 January is : https://on.unesco.org/EducationDay2024

10/01/2024

GORSA NAGEENYA SAAYBERII GURGUDDOO KUDHAN(10)
1. Software yeroo isaa eeggate gochuu(fe'uu). Paachoota nageenyaa haaraa fayyadami.
2. Imeelii shakkisiisaa banuu irraa of qusadhaa: Haleellaa phishing irraa of eeggadhaa.
3. Farra vaayirasii(antivirus )yeroo ammaa fayyadamuu. Ofumaan updates on godhaa.
4. Osoo linkii hin cuqaasin dura ilaalaa.
5. Jechoota icciitii cimaa fi nageenya qabu fayyadamuu .
6. Yeroo itti hin fayyadamne qunnamtii wayaa malee hojii irraa oolchuu.
7. 2FA dandeessisi(enable) gochuu.
8. Adware hin fe'inaa.
9. Meeshaalee kuusaa alaa(extranal storages) vaayirasii qabaachuu isaanii sakatta'uu.
10. WIFI ummataa(public) fayyadamuu irraa of qusadhaa..

10/09/2023

walkuffisu irra wal uffisu wayya Oro style!!!

09/09/2023

democracy ni barbaada tanaan sirna gadaa koottu baradhu... anatu siif beeka warra gama dhisi kanuma dubbin.

24/08/2023

Address

Awashoo
Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gadaa technologies posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gadaa technologies:

Share