Milkson Habib

Milkson Habib Shashamane ethiopia

Hacee koo maal taateMaaluumaaf calliasteAfaan kee cufatteeKan nurra fagaatteSin yaamaa sin yaamaaHacee koo dhagayiMaloo ...
22/08/2020

Hacee koo maal taate
Maaluumaaf calliaste
Afaan kee cufattee
Kan nurra fagaatte
Sin yaamaa sin yaamaa
Hacee koo dhagayi
Maloo garaa hiin jabaatin
Maloo nurraa hin fagaatin
Ati nurra hin fagaattu
Beeka amala kee
Ati garaa hin jabaattu
Beeka gaarummaa kee
Akka jirrus nut himtee
Diina garaa gubdee
Jirra jennee gammannee utaallee taphannee kolfinee
Hacee atis baga nuuf dhalattee
Jechuun gammada turre
Har'a garuu maal taate
Hacee koo maal taatee
Kan biyyoo uffattee
Kan dhagaan cufattee
Ati maal taate hacee koo
Booyee gubate gaaraan koo
Sin hin deebisuu maal
Godhaa harca'ee yaa'uu imimmaan koo

05/04/2020

If you are intelligent Like this page

19/03/2020
Nama kara cufuu hiin yalin
06/03/2020

Nama kara cufuu hiin yalin

Address

Natoli Geroser
Shashemene

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00

Telephone

+251941844852

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Milkson Habib posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share