Dano Voice

Dano Voice Odeeffannoo Onoota Daannoo,Jibaat fi liiban jaawwii keessatti ta'u isin biraan geenya!.

21/04/2022

Basaastotaa fi kaabinoota
Aanaa Daannoo gaafa barri
darbe Wal argina!.

12/04/2022

Jibaat
WBO n pp kashakkasheera!.

07/04/2022

Daannoof namni dhabamus Rabbi jira!.

03/04/2022

Daannoo

Warra qursiin foonii!.
Jirtuu✌️✌️

02/04/2022



Uummata humnaan manaa yaasanii baargamoo kessatti suura kaafatu,sana booda uummanni WBO balaaleffate jedhanii gabaasu.An...
02/04/2022

Uummata humnaan manaa yaasanii baargamoo kessatti suura kaafatu,sana booda uummanni WBO balaaleffate jedhanii gabaasu.
Anaan Jibaat keessatti shira hojjettlame dha.

Dhugaa jiru uummata qofaatu beeka.

01/04/2022

Welcome to this page!.

Gabrummaa jibbine!

Jibaatitti haala kanaan shanee qulqulleessina jettee baatee jirti!.WBO doomaa fi qottoon miti taankii fi jeettiin iyyuu ...
01/04/2022

Jibaatitti haala kanaan shanee qulqulleessina jettee baatee jirti!.
WBO doomaa fi qottoon miti taankii fi jeettiin iyyuu balleessuu hin dandeessu!.

Kan maraatte nama maraachiti uummanni keenya of eeggannoo cimsaa!.

WBO n itti beekaa!
❤️💚❤️

31/03/2022

Baga nagaan gara page kanaa dhuftan!.

Invite,share fi like godhaa!.
Yeroo muraasa booda regular Post dhaan dhufaa jirra.

17/03/2022

Like
Share
Follow
This page to get info about our country

17/03/2022

WBO'n ona Daannoo nuuf jiraadhaa!.😍😍😍😍

Address

London

Telephone

+251965573140

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dano Voice posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share