Elsa betii

Elsa  betii JESUS CHRIST

naga Jallaa bultii Bara Hara kan 200/13 itin Waqayo Isin ga'e obolotako bara naga bara jalalal bara tokuma Huduma kenyaf...
03/09/2020

naga Jallaa bultii Bara Hara kan 200/13 itin Waqayo Isin ga'e obolotako bara naga bara jalalal bara tokuma Huduma kenyaf Hata'uu
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌷🌷🌷⚘πŸ₯€πŸ₯€

nagan waqayo isinif Habayatuu obolotako Jirtuu baye isin yadera nagan gara biyakotis galera ebifama Jima biyako dawodha😍...
02/09/2020

nagan waqayo isinif Habayatuu obolotako Jirtuu baye isin yadera nagan gara biyakotis galera ebifama Jima biyako dawodha😍😍😍

05/08/2020

Anan Hanyatuu Ya Lami kiyaa Oboliniko biya beruti kesati Lubun isani darbef waqayo motuma isa kesati isan Hayadatu matif Hiriyota isanif jajabina Hakenu uuuuuπŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ‡±πŸ‡§πŸ‡±πŸ‡§

04/08/2020

Ijolen beruti jirtan baga waqayo badisa akka Tasa isin olche olera jedha Cometi jalati nabaresame uuufffee😭😭😭😭😭

Bu'a qabesusma dhiga yesusu ilman namatif dhagalase dhagefadha iti ebifama subscribe laki sheri gichudhan barnaota garag...
28/07/2020

Bu'a qabesusma dhiga yesusu ilman namatif dhagalase dhagefadha iti ebifama subscribe laki sheri gichudhan barnaota garagara Hodofaa❀❀❀

Guyaa Hara sagale kanatuu kesako nagute Karaa ati adeemtu hundumaatti, akka si eeganiif ergamoota isaa siif in abbooma; ...
27/07/2020

Guyaa Hara sagale kanatuu kesako nagute

Karaa ati adeemtu hundumaatti, akka si eeganiif ergamoota isaa siif in abbooma; miilli kee dhagaatti akka hin buuneef, isaan harka irratti si baatu. Ati leencaa fi mar'ataa irra in ejjetta, leenca saafelaa fi jawwee in dhidhiitta.

Macafa Farfana 91)12)13❀❀❀

26/07/2020

Furmtaa Rifesa mata dheresu Vedio kana ilali sheri woli gochudhan iti fayadama wari matan nara dhume jetani gafi nagafataniskuno
akkasuma barumsa Adaa Argachudhaf chanali kana subscribe nagodha https://youtu.be/14W_GncElmU

FARFANA Fenu Bafikadu iti ebifama🀜Yaa obboleekoo maaf abdii kutatteHaalaaf yerootti maaf of ijaarteMee tak taa'ii baraaf...
25/07/2020

FARFANA Fenu Bafikadu iti ebifama

🀜Yaa obboleekoo maaf abdii kutatte
Haalaaf yerootti maaf of ijaarte
Mee tak taa'ii baraaf ofis ilaali
Kanshee dhiisi kan keetiif imali
# #πŸ‘Hir'uukanshee keetiinkan guuttattu
Kankee nyaachuuf kanshee kan waakkattu
Biyyi lafaa yeroo hundaa fakkeessituu gama hundaa
Amma guuttee bor hirruu
Yaaddoon guutuu wanti hunduu

πŸ‘ŒBiyya lafaa laaltee abdii hinqabu hin jedhiin
Hirruu keessa teessee hirruukee hin ilaaliin
Situ hin barre hamma geessu
Guutuu ta'uu kees hin beektu
πŸ‘‰mee ijakeeirraa kaasi olilaali uumaakee
Fuullisaa kan ifu garashee moo kee?
Situ hin hubanne malee hirruun simitii ishee malee

Hamma ilaalteef hammat of yaaddee
Miti abbaan kan inni siif yaadee
Dhiigaan kan bitamtee yaa nama isa cimaa
Gatiin kee inni guddaan yesuusumaa
Akka gootaat ka'i iddoo jirtuutii
Mo'aa kee yesuusiin qabadhuutii
Nama abdii jiraataa qabatee deemudha
Jedhii itti dubbadhu an guutuudhaa

πŸ‘ŠJaalalaaf eebbaaf nagaa guutuu
Addunyaan tun qabaachuuf hawwituu
Abbaan nagaa sibira
Maaf ilaaltaa kan biraa?
Abdii kutuu kee dhiisi
Nagaa qabduuf weeddisi

Address

Maydun

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Elsa betii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share