Abdallaa muussaa calloo

Abdallaa muussaa calloo comedy drama new information

07/09/2026
Leenca fakkii namaaTokkicha akka kumaaLeenca ija barbadaa Waahe kee kam himeen Dhiisaa
21/08/2026

Leenca fakkii namaa
Tokkicha akka kumaa
Leenca ija barbadaa
Waahe kee kam himeen
Dhiisaa

21/08/2026

Makmaaksota oromoo
Namni hiyyoome takka nama reeba
Takka lafa reebaa je'an
2 Abbaan waraanaa dubbii waraanaa dubbataa
3nama dubbiin nama dhibe callisaan dhibanii
4 nama duloometu waa himaa je'an
5 cubbuun dura furdattee boda qallatti
6 soba dubbatanii namatti dhihaaturra dhugaa dubbatanii namarraa fagaatuu wayyaa follow my page

02/07/2026

Nama ulfina beeknef ulfinni hin tahu

05/06/2026

Gaafa na jaalatuu libaanjoo arsita
Amma na jibbitee of ajjeesu ceetaa?
Sa maal argatte laata
Lubbuu koo nagayatti of hin ajjeesinii
Baallii nu kaahatu warri nu falanii
Hawwii keenya hedduu karatti muranii
Firii onnee teenyas addanfacaasanii
Numa gugurdatan silaa waa du'anii
Kufee yoonin caphes okkoleetin gaha

Bakka gahuun maluu

Arraa tuffatamus
Akeeka koo garuu
Galmaan gahuu hin olu
Rabbii koo qabadhee
Umrii na dheereyse
Je'eetis kadhadhee
Obboleeysa dhabus
Obboleytin qabaa
Ilmi namaa garuu
Bu'aa maali qabaa
Namni rabbi qabu
Mee maal dhaba qaba

Hamzaa ibraahim ustaaz gogiil biraan gaha
29/05/2026

Hamzaa ibraahim ustaaz gogiil biraan gaha

14.6K likes, 462 comments. “Islamic Reminder | Ulul Albaab 🤍 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 Abbaa Maccaa Hassen Oromia♦️🌳♦️ @𝗙𝗿𝗲𝗲𝗱𝗼𝗺 @🅘🅑🅡🅞 @🅘🅑🅡🅞.....

15/03/2025

Prof.Maraaraan B/Xayyaaraa Luwaandaa deebifaman, Muddama Tigraay hin hammeessu Ertiraa.Join this channel to get access to perks:https://www.youtube.com/chann...

Address

الرياض, السعودية
Riyadh
12211

Telephone

+966591573457

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdallaa muussaa calloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdallaa muussaa calloo:

Shortcuts

Share