Melka Event & Media

Melka Event & Media Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Melka Event & Media, Social Media Agency, Washington D.C., DC.

" &   Mul'ata qabu" Dhaloota jechuun akkas! Nama ofirraa hafee namaaf ta'u; nama of jijjiiree dhaloota jijjiiruf dhama'u...
02/19/2026

" & Mul'ata qabu"

Dhaloota jechuun akkas! Nama ofirraa hafee namaaf ta'u; nama of jijjiiree dhaloota jijjiiruf dhama'u. Jaarraa kana dhaloota akkasiittu nutti hir'ate. Dhaloota mul'ata qabu ta'uun dhaloota mul'ata qaban baay'ifachuun dirqama. Burjajii jaarraa kanaa jalaa kan ittiin baanu dhaloota mul'ata qaban ta'uufi mul'ata dhaloota haaraaf fakkeenyaafi daandii ta'uudha. Mul'ata yoo qabaatan ayyaantummaan namatti marsa. Milkiin nurraa hin fagaatu; jaalalliif naaton amala keenya ta'u. Gaafa ayyaantummaan nurraa fagaatu, mul'ata keenyatu bada. Wal jala yaa'utu karaa maqa. Ofittummaatu nu moo'a; gara jabummaafi jibbatu amaleeffama. Kanaaf kitaabota Kanenus Kasa Bayisa barreesse, 'Dhaloota Mul'ataa' fi 'Ayyaantummaa' jedhu osoo hin dubbisin maquma isaanii irraayyuu waan hubachaan jira.

Abdiin qaba, dhaloonni dubbisu. Dubbisuu qofa miti, akka hubatu, hubatee akka ittiin jijjiiramu. Namoonni hedduun rakkoo dubbisuu qabu, kanumti dubbisanis rakkoo hojiitti hiikuu qabu. Maarree kitaabota kana akkuma nu bira gaheen dubbisfnee haa hubannu, hubaannee dhaloota mul'ataafi ayyaantummaan golgame haa taanu jechaa Kanenus Kasa Bayisa qalamni kee haa mirgisun siin jedha.

Leenjin ajaa'ibaa Karaa link gadii kanaan kennamaa jira.
01/25/2026

Leenjin ajaa'ibaa Karaa link gadii kanaan kennamaa jira.

# factors affecting to achieve your goals # mitigation Measures

01/15/2026

Synergy truly matters! Together, we can do it all. Amazing message. Jack, the pillar of Melka Media, keep guiding us and keep shining.

Thank you

Address

Washington D.C., DC

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Melka Event & Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Melka Event & Media:

Shortcuts

Share