18/11/2022
๐ฝ๐๐โ๐ผ๐ผ๐๐๐โ ๐๐ผ๐ผ๐๐ผ๐ผ || ๐๐๐๐ง๐ง๐๐ฃ๐จ๐๐ฉ๐ฉ๐๐โ ๐
๐๐ฃ๐จ๐จ๐ฅ๐ฅ๐๐๐ง ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐ ๐ค๐๐ง๐๐ ๐ฑ๐ข๐ช๐ช๐ฎ๐ฆ๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข๐ฌ๐ก๐๐๐ง ๐ฆ๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐ก๐๐ฆ๐๐ก๐๐ฆ๐ญ๐ฎ ,๐๐ง ๐๐๐๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐๐ ๐ฆ๐ข๐ญ๐ข, ๐๐ง ๐ฆ๐ฎ๐๐๐ ๐ฆ๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐๐ญ๐ข , ๐๐๐๐๐ง๐ข๐ฌ ๐๐๐๐๐๐ฌ ๐ค๐๐ง๐๐๐๐๐ง ๐ฐ๐๐ฅ๐ฅ๐๐๐ฅ๐๐, ๐๐๐๐๐ง ๐ค๐๐ง๐๐ญ๐ฎ ๐ง๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ญ๐จ๐ฅ๐.....๐ฆ๐๐๐ฅ ๐ฆ๐๐๐ฅ ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ ๐๐๐๐๐ข๐๐๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ฅ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐ง ๐จ๐๐ข๐ข ๐๐ฎ๐๐๐๐ญ๐ฎ.
Bukaayoo Saakaan garuu Ingilaanditti dhalatee achumatti guddatee sadarkaa olaanarra osoo taphatuu biyya maatiisaatu keessakoo jiraa jedha. Ijoollee dhukkubaan rakkattee ittiin baqaqsanii yaaluuf dhaban 120 baasiisaanii dhaabbata jedhamu waliin haala mijeessee cufeera. An keessi kiyya achuma( Naayijeeriyaa) yaada, yeroo mara yoon waan danda'uun bira dhaabbadhe akkan achi jiruutti natti dhagahama, natti tola jedhe.
โ Bifa walfakkaatuun Ruudiiger miindaa turtii waancaa addunyaaf naa kaffalamu gargaarasa baqaqsanii hodhuu daa'imman biyyakoofan oolcha malee homaa hin fayyadamu jedhe.
Akkasi namummaan, of jaalachuu caalaa eenyummaa ofii hidda dhaloota ofii dursuun sabboonummaadha.