Jimma View

Jimma View Yes! I Can.!!

17/09/2026

አድስ አበባ ፖስታ ቤት አካበቢ !


16/09/2026

As the diplomatic capital of the continent, Addis Ababa isn't just growing it is inspiring the future of African infrastructure.

🇪🇹 !

15/09/2026

ሀገሬ ኢትዮጵያ ሠላምሽ ይብዛ🥰

15/09/2026
15/09/2026

ኢትዮጵያ🇪🇹 ሀገሬ ሠላምሽ ይብዛ🥰


Shaashamannee, qe'ee Siikoof mandoo!ሻሸመኔ ኦሮሚያ ኢትዮጵያ
15/09/2026

Shaashamannee, qe'ee Siikoof mandoo!
ሻሸመኔ ኦሮሚያ ኢትዮጵያ

"አቶ   እንኳን ደስ አለህ" የፊፋው ፕሬዚዳንት  !ከደቂቃዎች በፊት አቶ ኢሳይያስ ጂራ ለሦስተኛ ጊዜ የኢትዮጵያ እግርኳስ ፌዴሬሽን ፕሬዚዳንት ሆነው መመረጣቸውን አስመልክቶ የፊፋው ፕሬዝዳን...
15/09/2026

"አቶ እንኳን ደስ አለህ" የፊፋው ፕሬዚዳንት !

ከደቂቃዎች በፊት አቶ ኢሳይያስ ጂራ ለሦስተኛ ጊዜ የኢትዮጵያ እግርኳስ ፌዴሬሽን ፕሬዚዳንት ሆነው መመረጣቸውን አስመልክቶ የፊፋው ፕሬዝዳንት ጂያኒ ኢንፋንቲኖ የእንኳን ደስ አለህ መልዕክታቸውን በስልክ ገልጸዋል።

Qabxiin Sagantaa 'Remadial' Beekame.!Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Qabxii Sagantaa Remadiyaalii'( ' ) bara 2019 murte...
14/09/2026

Qabxiin Sagantaa 'Remadial' Beekame.!
Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Qabxii Sagantaa Remadiyaalii'( ' ) bara 2019 murteesseerra.

✅A - Haaluma kanaan:
1 - Barattoota Dhiiraa Saayinsii Uumamaafi Hawaasaaf - Qabxii 240/600 fi ol (40%fi ol) 2- Barattoota Dubaraa Saayinsii Uumamaafi Hawaasaaf - Qabxii 228/600 fi ol (38%fi ol) galmeessisan Yunivarsiitii galanii saganticha barachuu kan danda'an ta'uun ibsameera.

✅B - Barattoota Deeggarsi Addaa Taasifameef
1 - Barattoota dhiiraafi dubaraa Naannoo Affaar, Sumaalee, Beenshaangul Gumuziifi Gaambeelaatiif Saayinsii Uumamaafi Hawaasaatiin Qabxii 222/600fi ol (37%fi ol)

2- Barattoota Naannoo Horsiisee Bulaafi Walakkaan Horsiisee Bulaa ta'aniif Saayinsii Uumamaafi Hawaasaatiif -Qabxii 222/600fi ol (37%fi ol)

3- Barattoota qaro dhabeeyyii dhiiraafi dubaraaf -Qabxii 185/500fi ol (37%fi ol)

4- Barattoota gurraan hin dhageenye dhiiraafi dubaraa, saayinsii uumamaa fi hawaasaaf - Qabxii 222/600fi ol (37%fi ol) galmeessisan hunduu sagantaa Remadiyaalii Yunivarsiitii galanii barchuu akka danda'an Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa murteesseera.

Ministry of Education Ethiopia

Ethiopia and Russia Relationship🤝 is morethan bilateral friendship it tied by culture and religions 🇪🇹❤️🇷🇺both countries...
14/09/2026

Ethiopia and Russia Relationship🤝 is morethan bilateral friendship it tied by culture and religions 🇪🇹❤️🇷🇺both countries 🫶

14/09/2026

ሀገሬ ኢትዮጵያ ሁሌም እንወድሻለን።
Addis Ababa Ethiopia

Address

Adis Abeba
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jimma View posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share